Oduulee fi Wantoota Dinqisiisoo


Гео и язык канала: Эфиопия, Сомалийский
Категория: Новости и СМИ


Channel kana wantoota gaarii kan irraa argattan waan ta'eef share subscribe godhaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Сомалийский
Категория
Новости и СМИ
Статистика
Фильтр публикаций


#kana_dhageessanii?

✍Addunyaarraa biyyi alaabaan ishee roga afur hin qabne #Neeppaal jedhamti.
Kunis biyyoota jiran hunda keessaa adda ishee taasisa.


Ajandaan mata duree oduu jabaa jidduu kanaa Afrikaatti #viralreelsfacebook bahe

Namichi kun biyya  Equatorial Guinea 🇬🇶 jiraata Nama sadarkaa biyyattiitti aangoo guddaa qabuudha! Osooma kanaan jiruu malaammaltummaadhaan shakkamee police biyya sanaan to’annoo jala oolfamee Gaafa computer 🖥️ isaa sakatta’amu dubartoota biyyattii sanaa 400 ol waliin quunnamtii saalaa raawwatee videon isaanii argame😁
Waanti nama ajaayibu ammoo dubartoonni isa waliin jiraatan kun haadhamanoolii aanga’ota biyyaa biyyattii sanaati.

👉Haadha manaa Daarektera poolisii Federaalaa biyyattii.
👉Haadha Manaa Abbaa Alangaa Federaalaa biyyattii dabalatee ijoollee Ministeerota garaagaraafi haadholii manaa fira dhiyoofi hiriyoota isaa waliin wayita sagaagalu viidi'oon agarsiisan bahanii Afrikaatti mata duree oduu jabaa ta'eera.

Namtichi kun haadha manaa bareedduu fi ijoollee dhiiraa 6 kan qabuudha! Viidiyoo Waraabuun hoo maaliif barabaachiise garuu namichi...?


Namtichi Laaqanasaa dagate tokko abbaa doolaara miliyoona 3 ta’e.

Namtichi Laaqanasaa manatti dagatee nyaata barbaaddataa ture abbaa doolaara miliyoona 3 ta’uun dhagahame.

Waa siif haa buusuun tokko eebba tokkommoo abaarsa akkuma jedhamu, Ameerikaatti namtichi bulchiinsa Mizuurii laaqanasaa manatti dagatee ba’uu haati warraa bilbiltee itti himte tokko waan hin eegamneen walitti ba’e.

Akkuma laaqanasaa irraanfatee ba’uu dhaga’een naannoo Arnooldi daandii ‘Vogel’ jedhamu wayita ga’u, manuma nyaata bifa salphaan dafee qopheessu tokkotti goree akkuma dhaabateen, warreen Lootarii gurguran dhufanii miira mararteen ija keessa ilaalaa akka inni irraa bitu gafatu.

Innis garaa jabaatee diduurra akkuma tasaa bitachuun boodarra abbaa carraa doolaara miliyoona 3 ta’uusaa bulchiinsi Lootarii Miizuurii ibsuu UPI gabaase.

Gaafa nama badhaasu badaa nama hin dhamaasu jechuun kanuma mitiiree! Via OBN


#Waamicha #Freshman
#Odaa Bultum

Barattoota Sagantaa Idilee Waggaa 1ffaa Yuunivprsiitii Odaa Bultum Hundaaf.

Bara barnootaa 2016 A.L.L tti sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial program) barnoota
keessan hordofaa turtanii qabxii Seensa yuunivarsiitii kan argattaniifi barattoota haaraa bara 2017 A.L.l.tti Yuunivarsitii Odaa Bultumitti ramadamtan hundi, guyyaan galmee Sadaasa 4-5/2017 A.L.I.tti ta'uu hubattanii, guyyaa jedhametti qaaman argamuun akka galmooftan isin beeksifna. Yeroo galmeef dhuftan;
1. Firii qormaata naannoo kan kutaa 8ffaa 'orijinaala'fi 'koppii' tokko
2. Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12fTaa •orijinaala'fi 'koppii' tokko
3.'Tiraaniskiriiptii' kutaa 9-12ffaa galmeessiftan 'orijinaalafi koppii tokko
4. Suuraa qomaa Olii afur, akkasumas
5. Uffata qorraa, uffata ispoortii, uffata boraatiifi 'ansoolaa' qabattanii dhufuun isinirraa eegama.


Barattoota guyyaa jedhame dursaniis ta'ee, dabarsanii dhufan yuunivarsiitichi kan
hinkeessummeessine ta'uu gamanumaan isin beeksifna.


PAWS akkuma argitan guyyoota muraasa gidduutti Bot isaanii Verfied godhanii jiru.

Airdropii kana dhugaa jabeessaa hojjedhaa!

Eegaluuf: https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=9Ey38AaC




New Airdrop PAWS

airdrooppii PAWS jedhamu kana kan beeksise hundeessaa blum'dha

Airdrooppiin kun kana fura namoota Notcoin Dogs fi Hamster irratti hirmaataniif qabxii ol'aanaa kenna.

Airdrooppiin kun Dogs waliin walfakkaataadha!

qabxii kan isiniif argamsiisu umrii Telegram keessanii irrattii hundaa'uun yoo ta'u kana malees notcoin,dogs fi hamster irratti Token argattaniin qabxii dabalataaa isiniif kenna

Airdrooppiin akka isinitti baay'ate ni beekna garuu kana hojjachuun keessan homaa isin hin miidhu. Sababni isaa taptap wanti gootanu hin jiru.

Jalqabuuf 👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=9Ey38AaC


#Remedial

Kanaan dura bu'aan barattoota Remedial'f dhaabbileen kennan(Yunivarsiitiin) %30 yoo ta'u, %70 ammoo Ministeera Barnootaatiin kennamaa ture. Amma garuu hojimaanni kun fooyya'ee qormaanni guutumaan guututti Ministeera Barnootaatiin kennama Haa ta'u malee, mooraa deemtanii barachuun keessaan qulqullina isaaf gumaacha.


Aja'ibaa

#Elon_Mask roobootii sadarkaa olaanaa daa'ima ji'a sagaliif baatuuf qophaa'e irratti hojjechaa jira, kunis rakkoo yeroo ulfaa, da'umsaa fi da'umsa boodaa irraa bilisa taasisa. Hiriyoonni gaaʼelaa isparmii fi hanqaaquu salphaatti kan dhiyeeffatan yeroo taʼu, roobootiin kun miciree sana hamma yeroo isaa guutuutti guddisa jedhama jirra. Dhufaatii Artificial Intelligence hordofee ammoo guutummaa addunyaatu yaada isaa sarara addunyaa diijitaalaa irra godhachaa jira. Nuyi hoo laata..?

AJAB!
https://t.me/OduuleeDinqisiisoo


Baankiin biyyaalessaa reetii dhalaa ol kaasuun qaala’iinsa gabaa too’achuuf karoorfate

Qaala’iinsa gabaa jijjiirama imaammata diinagdee guddaa hordofee mudate furuuf bara 2024 keessa dhala liqii guddisu itti fufuuf karoorfachuu baankiin biyyaalessaa beeksise.
Baankichi ji’a Adoolessaa keessa dhala ijoo gara 15%tti  ol kaasuun qaala’iinsa jireenyaa 29% ture gara 17.5%tti gadi buusee ture.

Bulchaan baankii biyyaalessaa Maammoo Mihratuu (PhD) marii Fandii Maallaqaa Addunyaa Waashingtanitti gaggeeffamerratti, “wanti salphifamu hin jiru,” jedheera. “Too’annoo imaammata maallaqaa kana of duraaf itti fufsiifna.”


Waggaa 36 dura yaalii ajjeechaa Israa’el jalaa kan miliqan Kaalid Maashaal hoogganaa haaraa Hamaas ta’uun yeroof muudaman.

Kaalid Maashaal hundeessitoota Hamaas keessa tokko ture. yeroo ammaa Tuurkii kan jiraatan yommuu ta’u Israa’el ajjeechaa hoogganaa Yahyaa Sinwaar irratti taassifteef ni gaabbisiisne jechuun dhaadataniiru.
https://t.me/OduuleeDinqisiisoo


Qabxiin seensa sagantaa leenjii Teeknikaa fi Ogummaa bara 2017  ifoomeera.

Qabxiin seensaa kun barattoota bara 2016 qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa fudhatanii bara 2017 sagantaa leenjii Teeknikaa fi Ogummaan barachuu barbaadaniif kan tajaajilu yoo ta’u,barattoonni qormaata biyyaaleessaa 12ffaa bara barnootaa 2016 dura fudhatanii bara kana barachuu barbaadaan qabxii seensaa akkaatuma ulaagaa baricha kaa’ameen kan keessummeeffaman ta’uu ibsameera.

https://t.me/OduuleeDinqisiisoo


Itoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte.

Itoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.Daawiit Shalammaa fi Daawiit Fissahaan 64/25 fi 10/5’n dorgommicha injifachuun shaampiyoonaa ta’aniiru.

Dorgommiin Teenisa Mijaalaa Afrikaa qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa ture har’a milkiin xumuramuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiseera.
https://t.me/OduuleeDinqisiisoo


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
◽Projectii CEX.IO jedhamu kana taphachaa jirtu mitii?🤔
Projectiin kun Exchange mataa isaa kan qabu yemmuu ta'u, Q4 keessa list ta'a.

◽ Exchange mataa isaa irratti list waan ta'uuf, gatiin isaa guddaa ta'uu danda'a.

◽ Warreen taphachaa jirtan, jabaadhaa.

Eegaluuf: https://t.me/cexio_tap_bot?start=1718627624347680

CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀
https://t.me/cexio_tap_bot?start=1718627624347680

CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀
https://t.me/cexio_tap_bot?start=1718627624347680


Airdropiin kun kan Biniance waan ta'eef amummaa jalqabaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_1087152512&startapp=ref_1087152512&utm_medium=web_share_copy


👉AMALOOTA AFRIKAAN ITTI BEEKAMAN :

✅Maallaqa erga ATM irraa baasanii booda lakkaa'uu
✅Otobusii keessa nama adii cinaa yoo tette akka nama cimatti sii ilaalu.
✅Yeroo qaama dhiqattu,bakka deemtu qabda jedhanii si gaafatu.
✅Giiftii bareedduu fuudhuun sagaagaltuu fuudhuu wajjin wal qixa.
✅Yeroo ayyaanni gahu uffata haaraa bitachuu
✅Foon Lukku keessaa kutaaleen addaa tokko tokko kan abbaa warraaf
an qabaman jiru
✅Namni tokko maaykiroofooniin yommuu kennamu,jalqaba qilleensa itti afuufu ykn qubaan tuquun fayyadamaan duraanii maaykiroofoonii wal fakkaatu fayyadamee osoo jiruu hojjechaa jiraachuu fi dhiisuu isaa qoratu.
✅Yeroo duroomtu,namoonni kutaa ciisichaa dhoksaa namni itti hin seenne qabda jedhu.
✅Yeroo dulloomtu falfalaa ta'uun si shakkama.
✅Meeshaalee tokko tokko addatti daawwattootaaf cinatti kaa’uu.
✅Foon lakkaa’uun walqixa akka dhihaatu mirkaneessuu.
✅Afrikaa keessatti duuti uumamaa hin mudatu.Yeroo hunda diinni keetu sababa.
✅Yeroo dhoqqee keessa deemanii mana seenan kophee baafachuu.
✅Yeroo kutaaleen tokko tokko hin xuroofnettillee kompaawundii guutuu qulqulleessuu.
✅Yeroo karaa tokkoon qaxxaamuran bitaa fi mirga ilaaluu.
✅Bishaan erga dhugdee booda qaruuraa pilaastikii duwwaa gara fuulduraatti itti fayyadamuuf kaa’uu
✅ Teessoo addaa mana keessatti abbaa manaaf qabu.
Mee dabalataan itti dabalaa..


@OduuleeDinqisiisoo
@OduuleeDinqisiisoo


Репост из: VOA Afaan Oromoo
Tap Swaap sababa yeroon isaa dhumaa jiruuf isa iratti xiyyeefane. Kanaan dura hojii jiraan kessa isaan ijoo isiniif maxxansineera.

Hedduun keessan ammas Tap Swap of jala dabarsaa jirtu bantani tap tap gochaa hin jirtan kun kessan immoo akkuma Not Coin bira darbaa jirtu

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1087152512 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift




Tap Swaap sababa yeroon isaa dhumaa jiruuf isa iratti xiyyeefane. Kanaan dura hojii jiraan kessa isaan ijoo isiniif maxxansineera.

Hedduun keessan ammas Tap Swap of jala dabarsaa jirtu bantani tap tap gochaa hin jirtan kun kessan immoo akkuma Not Coin bira darbaa jirtu

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1087152512


✍️ Dubartii akka addunyaatti harma uumamaa guddaa qabdu beektuu?😳

👉 Annie Hawkins-Turner ykn maqaa miidiyaa Norma Stitz jedhamuun beekkamti. Lammii biyya USA kutaa Atlanta,  Georgia ti. Umriin Ishee amma 60 darbeera. Kan nama ajaa'ibu garuu yeroo Isheen umrii waggaa 5ti harmi Ishee kan guddachuu eegale.

👉 Norma Stitz dubartii akka addunyaatti harma uumamaa guddaa qabaachuun world guinness record irratti galmoofte yoo taatu, harmi Ishee tokkochikaan 30Kg ulfaata. Harmi lamaan walirratti 60Kg ta'a jechuudha. 🙆‍♂️😳

👉 Annie Hawkins-Turner haadha ijoollee lamaa yoo taatu, takkaa daa'ima Ishee harma hoosistee akka hin beekneedha kan dubbattu. 😳

👉 Channel banachuudhaan waggaa tokko qofa keessatti subscribera miiliyoonoota hedduu kan argatte yoo ta'u, ji'oota 6 qofa keessatti doolaara 40,000 💵 irraa akka argatte dubbatti.

👉 Doktoroonni yeroo adda addaatti guddina harma ishee kana akka hir'istu yoo itti himaniis, Isheen garuu hayyamamtuu hin taane. Ni didde.😲

👉 Rakkoo fayyaa "Gigantomastia" (rakkoo harmi uumamaa suuta suutaa walitti dhaabinsaan guddachuu) jedhamuun diagnose kan taate Norma Stitz, uumama Ishee kanatti akka gammaddu dubbatti. 😲

#join_us
@OduuleeDinqisiisoo

Показано 20 последних публикаций.