Ortodoksii Tawaahidoo Tube

Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Экономика

Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций

Kitaaba Raajii Maariyaam

♥ Seenaa Kitaaba Raajii Maariyaam fi akkaataa dhufaatii fi walitti qabamuu isaa!

♥ Gaaffilee Kitaaba Raajii Maariyaam irratti ka'aaniif Deebii isaanii;

1. Dubroon Maariyaam Addunyaan osoo hin uumamiin akkamitti beekamte?
2. Raajii ishee kan dhageeffate akka Fooniifi Dhiiga isaa fudhateetti ta'aafii?
3. Uumamni hundinuu Dubroo Maariyaam galateeffachuuf uumamee?

Deebii isaanii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

🔗 https://bit.ly/4cfFOSM
🔗 https://bit.ly/4cfFOSM

Luboota Digdami Arfan Samii

• Luboonni 24'n Samii eenyu fa'i?
• Maalif 24 qofa jedhaman?
• Dhuguma lakkoofsi ykn baay'inni isaanii 24 qofaa?
• Luboota lafa irra jiran irraa maaltu adda isaan baasa?

Hiikoo Andimtaa Mul'ata Yohaannis irratti kan hundaa'e. Link jala jiru tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3EE1WeX
https://bit.ly/3EE1WeX

«𝗕𝗶𝗱𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻!» 𝗙𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂 77/78:25

𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞

• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚'𝐨𝐨 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐁𝐞𝐞𝐭𝐚𝐥𝐢𝐡𝐞𝐞𝐦 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐚𝐦𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐖𝐚𝐥 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐃𝐮𝐮𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 «𝐒𝐢𝐛𝐡𝐚𝐭» 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚'𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟𝐢? 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐤.𝐤.𝐟 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚! 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐬 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!

👇👇👇

https://bit.ly/3dctV4h
https://bit.ly/3dctV4h

Baga Ayyaana Du'aa ka'umsa Gooftaa keenya qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

Ayyaana Du'aa Ka'umsa Gooftaa booda guyyoota jiran

→ Wiixata - Maa'idoot (Cee'umsa)
→ Kibxata - Toomaas
→ Roobii - Alaazaar
→ Kamisa - Addaam
→ Jimaata - Mana Kiristaanaa
→ Sanbata - Dubartoota /Anist/ (Dubartoota Awwaala isaa ilaaluuf ganamaan deemaniif)
→ Dilbata - Du'aa Ka'umsa Lammaffaa (Dagme Tinsae)

Kanneen armaan olii hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa! #Share taasisuu hin dagatiinaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/433qhVv
🔗 https://bit.ly/433qhVv

Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus

Liinkiiwwan kanaa gadi jiran tuquun dubbisaa!

Wiixata

👇👇👇

https://bit.ly/4j5oPH3
https://bit.ly/4j5oPH3

Kibxata

👇👇👇

https://bit.ly/3vwppGe
https://bit.ly/3vwppGe

Roobii

👇👇👇

https://bit.ly/4cSSiSB
https://bit.ly/4cSSiSB

Kamisa

👇👇👇

https://bit.ly/3MnKGZy
https://bit.ly/3MnKGZy

Jimaata

https://bit.ly/4cD8NSh
https://bit.ly/4cD8NSh

«Guyyaa sana»

Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Jimaata Torbee Dhukkubbii Gooftaa

Fannifamuu Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Guyyaa sanatti maaltu ta'e?

Link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/4cD8NSh
https://bit.ly/4cD8NSh

Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Kadhannaa Kamisaa

Guyyaa Kadhannaa Kamisaatti maal maaltu raawwatama?

Guyyaan Kamisaa Torbee Dhukkubbii maqaawwan garaa garaa kam kam qaba?

Link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3MnKGZy
https://bit.ly/3MnKGZy

Репост из: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus

Liinkiiwwan kanaa gadi jiran tuquun dubbisaa!

Wiixata

👇👇👇

https://bit.ly/4j5oPH3
https://bit.ly/4j5oPH3

Kibxata

👇👇👇

https://bit.ly/3vwppGe
https://bit.ly/3vwppGe
Roobii

👇👇👇

https://bit.ly/4cSSiSB
https://bit.ly/4cSSiSB

Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Guyyaa Roobii Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus

Guyyaan sadaffaa Torbee Dhukkubbii guyyaa maaliiti? maaliin yaadatama?

Link kana tuquun dubbisaa!

Guyyaa Kibxata Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus

Guyyaan lammaffaa Torbee Dhukkubbii guyyaa maaliiti? maaliin yaadatama?

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3vwppGe
https://bit.ly/3vwppGe

Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

• Torbee Dhukkubbii jechuun maal jechuudha?
• Torbee Dhukkubbii kabajuun yoom jalqabame?
• Torbee Dhukkubbii keessatti maal maaltu raawwatama?
• Torbee Dhukkubbii keessaa guyyaan Wiixataa guyyaa maalii jedhamee beekama?

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Torbee Dhukkubbii link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/4j5oPH3
https://bit.ly/4j5oPH3

Репост из: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Ayyaana Hoosaa'inaa

«Hoosaa’inaa Ilma Daawwitiif, Hoosaa’inaa Aariyaamitti»

Torbee 8ffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Hoosaa'inaa

Waa'ee Ayyaana Hoosaa'inaa link kanaa gadi jiru tuquun website keenya irraa dubbisaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/4jsXfU2
🔗 https://bit.ly/4jsXfU2

Baga ayyaana Hoosaa'inaa nagaadhaan geessan!

Harree maqaan ishee bade fi Ayyaana Hoosaa'inaa

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3JIqUro
https://bit.ly/3JIqUro

Ayyaana Hoosaa'inaa

«Hoosaa’inaa Ilma Daawwitiif, Hoosaa’inaa Aariyaamitti»

Torbee 8ffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Hoosaa'inaa

Waa'ee Ayyaana Hoosaa'inaa link kanaa gadi jiru tuquun website keenya irraa dubbisaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/4jsXfU2
🔗 https://bit.ly/4jsXfU2

Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromoo haaraa Ayyaana Hoosaa'inaa walaloo isaa waliin

«Hoosaa'inaa jennee Faarfannaa!»

Karaa Ortodoksii Tube qofaa kan dhiyaate!

Faaruu Ortodoksii laphee nama qabbaneessu kana link kanaa gadi jiru tuquun dhageeffadhaa! Channel keenya Subscribe taasifadhaa!

👇👇👇

https://youtu.be/WcBA_uwBVMo
https://youtu.be/WcBA_uwBVMo

«𝗕𝗶𝗱𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻!» 𝗙𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂 77/78:25

𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞

• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚'𝐨𝐨 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐁𝐞𝐞𝐭𝐚𝐥𝐢𝐡𝐞𝐞𝐦 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐚𝐦𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐖𝐚𝐥 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐃𝐮𝐮𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 «𝐒𝐢𝐛𝐡𝐚𝐭» 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚'𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟𝐢? 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐤.𝐤.𝐟 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚! 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐬 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!

👇👇👇

https://bit.ly/3dctV4h
https://bit.ly/3dctV4h

Репост из: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii

«Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!»

♥ Maqaawwan Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii
♥ Kitaabolee Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin barreesse
♥ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yohaannis jedhamuun kan waamaman Qulqulloota meeqatu jira?
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Seenaa ajaa'ibaa Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii irratti argamu, dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3C1Jbvl
https://bit.ly/3C1Jbvl

Qulqulluu Maarqoos Wangeelaawwii

♦ Qulqulluun Maarqoos Wangeelaawwiin eenyudha?

♦Wangeelli Qulqulluu Maarqoos osoo hunda dursee barreeffamee jiruu maalif lammaffaa irra ka'aame?

♦ Wangeelli Maarqoos eenyuuf barreeffame? Wangeelota kaanirraa maaliin adda ta'e?

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3JHk98v
🔗 https://bit.ly/3JHk98v

Qulqulluun Luqaas eenyudha?

♥ Wangeelli Luqaas akkamitti qo'atama? qabiyyeewwan isaa maal maali?
♥ Wangeela Luqaas Wangeelota kaanirraa kan adda isa taasisan maal maali?
♥ Wangeelli Luqaas fi Hojiin Duuka Bu'ootaa bara meeqa barreeffaman?
♥ Hojiin Duuka Bu'ootaa hoo qabiyyeen isaa maali?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3SEhF1y
🔗 https://bit.ly/3SEhF1y

Показано 20 последних публикаций.