Chora - Community Pharmacy DIC 📊💊🩺💉


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский


Our Aim is reaching out Health professionals with updated health related topics

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Статистика
Фильтр публикаций




EPSS Achi ta'uusaa har'an bare tnx


2nd Round (2017) . Pharmaceutical procurement is underway...




#urgent
Dimma Furmaata barbaadu.
Tajaajila Yaaliu #under_5 Manneen Qoricha Hawaasaa keessatti kennamuu fi kaffaltii isaa maal ta'uu qaba.


Gosa Tajaajilli qorichaa ittiin kennamu irratti sagantaa tokko qopheessunee turre👉see_here..

Yaadni harra dhiheessu
MQH keessaatti #Under- 5
akka excempted service ta'eetti ilaalama moo??. ...miti



Dhimma kanarratti gaggeessitoonnii fi ogeessonni BFO, WFG, WFA, BF irraa miseensa garee kanaa taatan Yaada irratti kennaa..Maal ta'uu qaba isa jedhurrari

Horaa Bulaa!!
@Chora_CP


homaa miti Bro..
its just my professional duty


Galatoomi Sofi












Yeroo buusii maamila IFH irraa sassabnu..#Diddaa

Lakki hin kaffalu. sababni isaa Qoricha argachaa hin jirru

isa jedhu akka ta'e beekamaa dha..

isa kana akkamitti amansiifna?...

💲dhugaa jiru yeroo ilaallu maamilli ganda keenyaa hammam fayyadamaa jira?
😕 kurmaana tokko qofatti tajaajila hammamitti shallagamu $$$ argachaa jira?

Data MQH BFQ..kan kurmaana 4ffaa 2016.(hamma qarshii tajaajlamaan tokko kurmaana tokko qofatti argate..akka fakkenyaatti gandoota afran tokko #analysis hojjannee haala armaan gadiitiin dhiheessuu yaalla ilaalaa qarshii 20 kaasee hanga 800 ga'a..👇👇👇

Giddu galeessaan kurmaana tokkotti, Taj maamilli tokko argatu
Hawaa yembar... .qarshii 270
Hawaa Gabbaa......qarshii 230
Shengela................qarshii 180
Sololoo...................qarshii 145
H/Hadheessaa...... qarshii 105




GOOD TO SEE!!

THIS TIME...#EPSS LOOKS MORE GENEROUS... under Ismael administration



👍


CHORA_Wor_H_OFFICE_2017_Quntification_for_Committed_Item_List_1.xlsx
21.6Кб
Buufataalee Fayyaa 5n WF/Aanaa Cooraa Jala Jirtaniif..

Hojiin #Quantification and #selection Qorichoota Biiroo Fayyaa Oromiyaa irraa karaa $EPSS tiin isiniif dhiyaatanii bor gaafa 07/05/2017 kan raawwatu waan ta'eef B/fayyaa hunduu #fedhii $qorichaa BF keessanii hanga bor ganama sa'aa 3:00 tti akka nubeeksiftan isiniif ibsuu barbaanna.

Liistii isiniif ergine keessaa qorichoota barbaaddan ✅ godhaa nuuf ergaa



Here is To #mention
@Abryilma, @abdi, @Ermiyaas27 @GHCD & @garomaabdi


💊Welcome to Your Reply:
👉 @Herancresp 🤝📩✍️🤳


NB. No Reply!... No Complaint!!


ADR Reporting

Ogeessi ADR isa mudate tokko keezii sana gabaasutu irraa eegama.

kunis #faca'iinsa isaa, #kaumsa isaa akkasumas qaama hawaasaa isa kamtu?(fkn umrin, saalaan) gara caalu hubama isa jedhu adda baasuuf fayyada.


Importance of ADR reporting
1. helps determine the prevalence
2.  helps identify the root cause of ADR ..particularly if it is very rare ADR.(e.g. whether it is idiosyncratic or due to poor medication quality)
3. helps determine the pattern of ADR occurence.


💸ADR yeroo gabaafnu baasii tokko malee dha.
✉️ Poostaan jalqaba itti kaffalame kan dhimma kanaaf qophae (prepaid yellow envelop) EFDA dhaan qophaa'eera.

🩺 ✍ kan ogeessa irraa eegamu waan argee fi hubate #poostaa dhaqn #bilisaan #EFDA dhaf erguu qofa.

Poostaa muraasa waan qabnuuf MQH..BFQ irraa argachuu ni dandeessu


Tajaajiia Gosa Meeqatu dhaabbilee Fayyaa mootummaa Keessatti Kennama?
💲baasiin/haala kaffaltii tin yioeroo ilaallu jechuu kooti

Yoo xinnaate Tajaajila Gosa 5 ta'an isiniif haa eeru..
Kan hafe yoo jiraate Itti dabalaa

1. Taj. Bilisaa (free service)
2. Taj. bilisaa yeroo balsa (24hr free service)
3. Taj. kaffaltiin ala godhaman (excempted service)
4. Taj.  Liquid (credit service)
5. Taj.  Kaffaltii (service in Cash )


YEROO Dhukbubsataan Qoricna tokkoof Allergikii Sadarkaan isaa hamaa ta'e nu mudatu..maal godhama..??

Nama sanaaf baajiitu qophaa,aaf...
yoo danda'ame kan morma isaa irratti fannifatu..ykn yeroo tajarjila yaalii argachuuf dhaabbata fayyaa kamiyyuu deemu akka garsiisuu danda"utti bifa ID tiin.

Kunis kan fayyadu yeroo itti ogeessi tajajila yaalii kennu baajii sana ilaalee of eeggannoo akka godhuufi.

#Allergy tagging



Показано 20 последних публикаций.