Leenjiin Intarpireenershiippii Ittifufiinsaan Kennamaa Jira
=======================
Baankiin Siinqee guyyaa har'aa Amajjii 30 Bara 2017 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Malkaa Noonnoo fi magaalaa Burraayyutti hirmaattota waldaalee adda addaa irraa affeeramaniif leenjii intarpireenershiippii kenneera.
Kaayyoo ijoon leenjichaas qor-qalbii hojii daldalaa uumuu, maalummaa intarpiriinarii fi bulchiinsa faayinaansii irratti hubannoo uumuun fayyadamummaa maamiltootaa dhugoomsuu ta'uunsaa beekameera.
Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER