↪️
Bara ammaa kana:*• Rakkoon waldaa kiristaanaa inni guddaan rakkoo geggeessummaati.
• Tajaajila damee kamiinuu keessatti rakkoon yoo jiraate rakkoo hooggansaati.
• Waldaa kristaanaa kamuu keessatti ar’a rakkoo ayyaanaa osoo hin taane, rakkoo geggeessummaa dhugaa dhabuumul’ataa jira.
kuni immoo rakkina amantoota bartuu gooftaa hin taane orachuurraa kan dhufe dha.
Arra waldaa kristaanaa keessatti jijjiiramu hundee qabu fiduudhaaf tajaajilaa kamiinuu dura amantoota bartuu kristoos gochuutu furmaata.
Yoo akkas hin taane arra irra dhaabanee gaafa ilaallu egereen Waldaa kristaanaa balaa guddaarra jira.
*↪️Hanqinni hogganaa dhugaa jira yeroo jennu:-*
1. Hoggantoota walii walii isaanii isimanne .
2. Hoggantoota tokkummaa hin gaafanne, .
3. Hoggantoota ayyaana nama biraa hin fudhannee fi hin kabajne.
4. Hoggantoota dantaa ofiif dursa kennan.
5. Hoggantoota fedhii isaanii hojiirra oolchan;
Waldaan kristaanaa yaada Waaqayyoo akka raawwattuuf bakka buutuu (Ambaasaadara) Kristoos taatee biyya lafaa irratti hojjataa jirti. Aniif isin Waaqarraatti isa murtaa’e yaada Waaqayyoo geggeessummaa gareetin tokko taane kan hojiitti hiiknu dha.
6. Mul'ata fi ba'aa kan hin qabne, .
7. Namoota biro guddisuudhaan , namoota bakka isaanii bu’an qopheessuu dhabuu .
8. Warra namaaf fakkeenya ta’uu hin dandeenye.
- jireenya isaanii keessatti, .
- jireenya isaanii keessatti, .
- Adeemsa isaanii keessatti, .
- Gaa’ela isaanii keessatti, .
Warra tajaajila isaanii keessatti fakkeenya ta’uu dadhaban.
9. Hoggantoota abbaa irree jaalalaan dhugaa kan hin mul’isne baayyachaa dhufuu.
10. Baay’achuu fi mul’achuu hooggantoota lallabuu fi barsiisuu hin dandeenye, rakkoon ijoon hoggantootaa waldaa Kristaanaa bara kanaa isaan kana dha.
Kanarraa kan ka’e geggeessaan dhugaa waldaa keessatti baay’ee xiqqaadha.
Kanaaf fudhatama dhabuun hooggantootaa fi ummata gidduutti:
1. Hoggantoonni akka barbaachisummaa isaatti waan hin hoogganneef ykn hin geggeessineef , .
2. Ummannni ykn amantoonni fedhii isaatiin geggeessitoota isaanitiif waan hin bitamneef waldaa keessatti rakkoon uumama.
@Yerusaale_Haaraa@Kakuu_Studio@Megertu_Dhugasaa@Tv_Lattuu