BOHAARTII ADDUNYAA🖋️️


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Новости и СМИ


σffícíαl tєlєgrαm chαnnєl✡️
😅чєrσσ hundαα gαmmαdαα/dduu tααtα
♥️αrααdα kσlfααn qαвαmtα🗣
♠️aarii kee ittiin dagatta♥️
📖вαrumsα guddαα αrgαttα📖
☀️Waliin taanee afaan keenya haa guddifnu✔️
Contuct us💼@hopexii

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Новости и СМИ
Статистика
Фильтр публикаций


Yeroon si arge keessikoo baayyee Siif dararama, ati yeroo hunda anaaf akka waan uumamtee natti fakkaata. ❤️❤️

Yoo barbadde addakoo yoo barbaaddee ijakoo yoo fetes hidhiikoo kankee godhattee itti taphata. 😔😔😔😔

Ani qorichaa kee barbaadeen  dhabe yaa finnisaa.
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Share and join
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


Konkolaataa  Bitachuu barbaadeen daldalaa tokko waliin wal arge, achiin booda amala konkolaataa sanaan gaafadhe ayi daalalaa maal naan jedhe seetan🙆

Yoo nadaajii (boba'aa) fixeyyuu hin dhaabbatu sheemiin isa qabeeti ofumaan deema malee naan jedhe 😁😜

Join godhaa guyyaa guyyaan bohaaraa⏸️

@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


🤣 Barsiisaa fii Barataa 🤣

Barsiisaatu isoo barsiisaa jiruu barattoota isaa keessa gurbaan abaaramaa Biiniyaam jedhaamu tokkottu jiraa ture, baraatichii yaada badee taa'aa ture.

Barsiisaa '' Biiniyaam maal taate?'

Biiniyaam  '' rakkootu na muddate barsiisaa'' jedheen.

Barsiisan na'ee '' maal rakkoo maalitu si muddatee '' jechuun gaafate.

Biiniyaam  '' Abbaan koo dhaabata poliisi( manaa hidhaa ) jiraa haadhii koo immoo Hospitaala jirtii '' jedheen.

Barsiisan nahee gadde, galuu yoo feete eeyyama sifaan kenna gali jedheen.

Mucaanis bahee galuuf osoo jiruu bulchaan mana Barumsaa sanaa argee Barsiisaa gaafaachu deeme.

Daarikteera '' Biiniyamiif maalif eyyama lattee''???

Barsiisaa ''Hadhiikoo Hospiitala jirtii abbaan koo dhabata poliisi jiraa nan jennan galuu barbadda tanan gali jedheeni '' jedhe.

Daarikteera '' abbaan Biiniyaam Pooliisii dha, Haati isaammoo Dooktaaradha jedheenii🤣😂

Ayi Biiniyaam 🤣😂🤣😂


Share gochuuf maaltu hir'aatee share godhi😉

Join godhaa guyyaa guyyaan bohaaraa■

@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


BARSIISAA fi BARATAA
'''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
gaaf tokko barsiisaan daree keessa dhaabbatee osoo barsiisuu dhuufuun harkaa miliqxee baate ykn dhuufuu dhuufe. Innis baay'ee tokko qaanaye. Barsiisaan kunis taatee kana akkatti ofirra dabarsu erga yaadee booda Barataa isaa tokko waamee akkana jedheen " ka'itii dhuufuu ammaa anatu dhuufe jedhii barattoota tti himi jedheen" barataanis tole jedhe. Barataan kunis ka'ee barattootaan akkas jedhe. "Barsiisaanfaa dhuufuu ammaa anatu dhuufe jedhani." jedhe jedhama.

@bohaartii_addunyaa

@bohaartii_addunyaa


Chaanelii keessan jaalkllatamaan isin bohaarsuun beekamu deebi'ee isiniif dhufeera Baga gammaddan 🥃❤️🔥🔥


Konkolaataa 🚙 bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....

Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.😂
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


➡next exam kan barbaadu jiraannaan follow godhaa kanauma


Harroonni lama Otuu waliin hasawaa jirani Harrichi tokko huuuuuhiiiiha jedheen Kan 2ffaa immoo haaahiiiiiihaa jedhee deebiseef harrichi 3ffaa immoo Hanga Ammatti dubbisaa jira.🤣@bohaartii_addunyaa


Biyya keenyatti Ofitti Amanamummaadhaan shakkii tokko malee ganama Nagayaan Baatee galgala nagayaan kan galtu Aduu(Biftuu)☀️ qofa.

Nan sobee?


Manni Barnota Banamee Yeroo Barsiisaan Maqaa Waamu
=========••••••=========
1.abdii gammachuu...fudhee jira
2.urjii biyyaa.....Maasatti galee kudraa omishaa Jira
3.abdii fiqaaduu....Hayyama konkolaachisumma fudhateera
4.margaa dabalaa.....mana Hidhaa Jira
5.Sussu Mohamad....Herumtee jirti
6. Gammachu Amir....Mana Jimaa banatee hojjachaa Jira
7. Obsaa Usmaan.....Chikii Biyya arabaarra xabbasee Jira
8. Salamoon Tolaa.....Maratee Jira
9. Boonaa abdiisaa....Intala gandaa Gudeedee Hidhameera
10. @bohaartii_addunyaa.....Telegram irratti Channeli banatee mudii qabachaa Jira.😁😂
*Ere hiriyota keef share godhii*
Join. @Bohaartii_addunyaa
@Bohaartii_addunyaa
@Bohaartii_addunyaa


Amerikaa, Rushiyaa, China fi Ithiyoophiya otuu wa'ee Filannoo biyyoolessa irratti waliin Hasawani.

Ameerikaa🇺🇸:- Biyya keenyatti Filannoon taasifame sa'aati 2 keessatti Abbaan injifate beekama.

Rushiyaa🇪🇺:- Biyya keenyatti Filannoon taasifame sa'aati 1 keessatti Abbaan injifate beekama.

Chaynaa🇨🇳:- uuumm keessan ni tura, Biyya keenyatti Filannoon taasifame Daqiiqa 30 keessatti Abbaan injifate beekama.

Ithiyoophiya🇪🇹:- tokkoon keessan nun geessan, Biyya keenyatti Filannoon otuu hin taasifamin enyu akka injifatu beekama.
😂😁😂😁😂
Join plz👇🏻👇🏻👇🏻
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


M/B tokko keessatti barsiisaan ogummaa tokko daree seenee fakkii adurree fi hantuutaa walbiratti akka kaasan ajaje barattoonni hundi kaasanii erga ilaalchisanii booda gurbaan jarjaraan tokko adurree qofa kaasee itti fide Barsiisanis kamidharee meerre hantuunni yoo jedhuun dhugaa barsiisaa kaaseen jiraa Adurreetu nyaate malee hin jedhuun seetanii.
😂😂😂😂join join plz
Barataa Kana Kun 👍
👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


🕺mucaafi abbaa🕴

Mucaa: abbaa fuudhuun barbaade.
Abbaa:eenyuun?
Mucaa: caaltuu intala badhaasaa.
Abbaa: lakki haadha keetti hin himiin malee ishin fira keeti.
Mucaa:tole ibsee intala gammachuu hoo.
Abbaa: lakki ishinis fira keeti.
Mucaa:tole tolashee intala margaa hoo.
.
.
Abbaa:ishinis firuma keeti haadha keetu hin beeku malee jedhe.
Mucaa:akkas taanan haadha koottin hima. Jedhee gaafa itti himu.
.
.
Mucaa:harmee caaltuu, ibsee fi tolashee keessaa tokko fuudhuuf jennaan abban koo fira jedhe na didee maal wayya?
..
Haadha:abbaa keetti hin himiin malee abbaa barbaadde fuudhi atuu kan abbaa kee miti. Hin jettu seetanii.
😂🤣😂🤣😂🤣😆🤗😙
Yoo sitti tole like👍👍👍👍👍
Join and share
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
Creater:hope


🕺mucaafi abbaa🕴

Mucaa: abbaa fuudhuun barbaade.
Abbaa:eenyuun?
Mucaa: caaltuu intala badhaasaa.
Abbaa: lakki haadha keetti hin himiin malee ishin fira keeti.
Mucaa:tole ibsee intala gammachuu hoo.
Abbaa: lakki ishinis fira keeti.
Mucaa:tole tolashee intala margaa hoo.
.
.
Abbaa:ishinis firuma keeti haadha keetu hin beeku malee jedhe.
Mucaa:akkas taanan haadha koottin hima. Jedhee gaafa itti himu.
.
.
Mucaa:harmee caaltuu, ibsee fi tolashee keessaa tokko fuudhuuf jennaan abban koo fira jedhe na didee maal wayya?
..
Haadha:abbaa keetti hin himiin malee abbaa barbaadde fuudhi atuu kan abbaa kee miti. Hin jettu seetanii.
😂🤣😂🤣😂🤣😆🤗😙
Yoo sitti tole like👍👍👍👍

Join and share
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
Creater:hope


Tolaatu chiiki haraa janajanuu jalqabe

Tolaa:- rifeensi mataakee ni bareeda

Ishee:- galatoomi

Tolaa:- garuu kanuma keetii?

Ishee:- maal jechuu barbaaddettu yoo barbaadde nagaheen itti bite sittin argisiisa😁😁😂

👍 like tuquu Maltu hanqata bro ammaas Hiryoota kee 3f ergi!

join 😂 @bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


Guyyaa tokko mucaatu abbaa isaa haasofsiisuu barbaadu tokkotu abbaa isaa akkas jedhee gaaffii gaafte.

Mucaa: abbaa ati garuu akkamitti na dhalchitee?" jedhee gaafate.abban isaas maal jedhe seetani.

Maalin beeka mucaa koo garuu akka obbo shimallis Abdiisaa jedhanitti jechuun halkaniif guyyaa hojjedheeni hin Jedhu seetanii.
🤣😂😍😙🤔😆🤗😙😏
Kana caalaa kolfuuf join👇👇
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa

Created by: joel ft hope
Like gochuf maaltu hanqata.
👍👍👍👍👍👍👍👍👍


👧amaatii koo👧
Amaatii(Harmeen Haadha mana kootii) nu ilaaluuf mana dhufteeti akka tasa ta'ee guyyaa sana Haati Manaa koo Na waliin ciisuu barbaaddee Wixxifachaa turte, Ani haadha haadha manaa koo waliin tapha dheeraa tokko taphachaa osoo jirruu...Haati Manaa koo Mataa na dhukkubaa jira jattee Nu sobdee boqonnan fudhadha jette mana ciisicha keenya seentee ciiste. Anis Haala isheen irra jirtuun Ilaala jedheen Tapha haadha ishii waliin taphachaa jirru dhiiseen Ishee bira mana hirriiba deemee ilaaleen, amaatiin kophaa akka hin taane jedhee yeroon debi'u Surree(kofoo)👖 otuun Zippii hin cufiin irraanfadheen jaartii bira dhaqe ishiinis akkas naan jette Amma akkami wayyaadha miti? naan jette Anis eeyyeen Parastamoolii (qoricha mataa) kenneefin dhufe amma wayyoofte jirti yeroon jedhuun, Jartii soddaa kootis yoo maal naan jette gaariidha isinitti fakkaate....
.
zippii Surree kooti suuta ijaan ilaalteeti maaliree mucaa koo Farmaasii (mana qorichaa) osoo hin Cufiin maaliif dhufteree? naan hin jedhani seetani.
😁🤣😁🤣🤣🤣
Ere like share waliin bohaarra.

JOIN US👇🏻
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


Har'a Baacootiin Fataa jedhee rafuu kan barbaadu yoo jiraate kanatti haa bu'umee 👍👍👍👍👍


🤣hiriyaa kiyya kun😁
Hiriyaan koo inni cheerchii🏥 keessatti wal beeknu fi waliin faarfannu sun osoo inni mana dhugaatii🍺🥂 deemee sirritti cabbasee xoozee osoonni galuuf bahaa jiruu argeen maal hojjetta asii jedhee gaafan gaafadhu maal naan jedhe sinitti fakkate.

👲ani dhugaa bahumsaafan dhufe atihoo? Naan hin jedhu seetanii.
Ere join godhii bohaari kana caalaa👇👇👇
Join us👇🏼👇🏼👇🏼
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa


💚waan hiriyaan koo inni injiinerii baratu na godhe💚
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻
Ana:- karoorri Kee kan Fulduraa maali?

Isa:- Abbaa Seeraa ta'uu.

Ana:- Akkamitti? Kana booda Seera Baratteemoo?

Isa:- Lakki, Mucaa Koo Isa Angafaatiifan Maqaa Isaa Seera Jedhee Moggaasaaf nan hin jedhu seetani.
😂😂😂😂 ☺🙂☺🙂☺
Like gochuuf maltu itti xiqqaata. 😂 Maal eegdaree👍👍👍👍
Join for more👇🏻👇🏻
👉@bohaartii_addunyaa
👉@bohaartii_addunyaa
👉@bohaartii_addunyaa

Показано 20 последних публикаций.