Burqaa Ispoortii


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Спорт


Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Support the channel:
USDT address👉 TNxyG1BzCCt1gmX1575CdBc9ZStaVYef9r

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Спорт
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Hulusport
🌟 Hulu Sport Mega Tournament 🌟

Your daily plays could take you on the trip of a lifetime! 🏍

Join our 3-Month Tournament and stand a chance to win amazing prizes just by betting and playing daily!

🏆 Prizes Include:

1st 🛵 Electric Motor Bike
2nd 📺 Smart TV
3rd 🎮 PS 5
4th 📱Mobile Phone

5th 📱Mobile Phone
6th 📱Mobile Phone
7th 💻 Laptop
8th 💻 Laptop
9th 🚲Mountain Bike
10th📱 Tablet
11th - 30th Cash Prize


How to win?
✅ Deposit daily
✅ Bet on Sports or Casino
✅ Keep your streak alive
✅ The more you play, the higher your chances!

Don't just play — play to win! 🎯💪

#HuluSportMegaTournament #PlayDailyWinBig

@hulusport_et


🎙Tiyaago Siilva .

"Ani nama akka N'Golo Kante jireenya koo keessatti argee hin beeku. Ati yoo dirqisiiste malee sagalee isa irraa hin dhageessu Yeroo hunda callisadha Inni waan araada nama qabisiisan irra bilisa Kanten nama addaati."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅️Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan taphataa sarara ittisaa AC Miilaan Tiyoo Hernaandeez sarara ittisaa cimsuuf fedhii guddaa taphata kana irratti kan qabu yoo ta'u, Siitiin ammoo taphataa kanaaf €35m dhiyaasuf yaadaa jiru.

[EsDiario]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅️Taphataan sarara fuulduraa Biraayitan Pedroon ganna kana gara Liivarpuul deemu barbada.

[Football insider]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


🚨ʀᴇᴍᴇᴍʙᴇʀ ʜɪꜱ ɴᴀᴍᴇ ɪꜱ 𝐒𝐞𝐫𝐣𝐢𝐨 𝐑𝐚𝐦𝐨𝐬❤️‍🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Fayyaa hin dhabinaa. Odeeffannoo fayyaaf immoo Chaanaalii keenya kessaa hin dhabaminaa❤️

https://t.me/+pcJMHbzuaAxmYjM8
https://t.me/+pcJMHbzuaAxmYjM8

Isin fayyada bira hin darbinaa🙏


@Burqahealthinfo
@Burqahealthinfo


✅Arsenaal Daariktera Ispoortii lammii Xaaliyaan Andree Bartaa muuduuf dhiyaataniiru.

AC Milaan isaan qacaruuf feedhii qabaatus filannoo isaanii Arsenaal akka taasisan gabaafameera. Andree Bartaan Atleetikoo Maadriid keessatti Daariktara Teeknikaa fi Spoortii ta'un hojetaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Leenjisaan Liyoon Paabloo Foonseekaan baatii torbaaf adabamaniiru.

Paabloo Foonseekaan tapha Liyoon Bireest 2fi1 injifate iratti  daqiiqaa dhumaa iratti abban murtee Penalty nuuf kennuu qaba jechuun abba murteetti iyyuun isaaniif kaardii diimaan bahuun isaanii nii yadatama. 

Pabloon yeroo kaardiin diimaan kennameef abbaa murtee addan itti bu'uu isaaniif baatii torbaaf adabamaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Sarjiyoo Raamoos

"Yeroo baay'ee namoonni Kiristiyaanoo Roonaaldoo morkattoota xixiqqoo irratti goolii galcha jedhu... Dhugaadha Kilabiin guddaan addunyaa kanarra Riyaal Maadriid malee hin jiru! 😎."


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Arsenaal fi PSV taphoota 5 darban waliin taasisaniin:-

✅️Arsenaal tapha 2 injifate
🤝Tapha 2 wal qixa
✅️Tapha 1 PSV injifatan

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅️PSG taphatoota 10 darban irratti gooli 40 galchani jiru .

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


Antoniyoo Ruudigaar har'a kabajaa guyyaa dhalootaa waggaa 32ffa kabajachaa jira

HBD 🎂

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅️Tilmaama hiriira tapha har'aa Arsenaal qabate dirre seena jedhame eegamu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphataman.

02:15 🔰 Kilaab Biruuj Astoon Viilaa waliin
05:00 🔰 Riyaal Madriid Atletikoo Madriid waliin
05:00 🔰 Psv Arsenaal waliin
05:00 🔰 Doortimundii Liil waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Biraayteen eega Nootinghaam 7-0 injifate as tapha tokko hin injifatame.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


Neymaar waa'ee Saalaa 🗣

"Barri kun isaaf baay'ee gaarii dha, taphataan morkii badhaasa Baaloon D'Or isa caalu waan jiru natti hin fakkaatu"


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅️Aleeksaandar Isaak taphatoota 24 darban irratti

Tapha 24
Gooli 21
Kubba 4 mijeessee kenne

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅️Riyaal Maadriid garee isaa guutu tapha Shaampiyoonsi Liigii Atileetiko Maadriid wolin godhan beekisise jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


Arteetaa 🗣:-

"Wagga darbe PSV wolin taphanneerra, gareen kun morkata salpha akka hin taane hubanneerra."

"Kana irratis Gareen kun Juuventus injifate marsaa kanati darbeera,kanaf taphni kun hammam cima akka ta'u tilmaamuun nama hin dhibu"

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii


✅️Al Naasir bara kana Roonaaldoo male tapha 6 taphatani isa keessa tapha 1 qofa injifatan.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

Показано 20 последних публикаций.