Cooperative Bank of Oromia


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Экономика


Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives.Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций


Dogoggorsitootarraa of Eegaa!
Gowwoomsitootni maqaa baankii keenyaa fayyadamuun tooftaalee burjaajii uumanii fi dogoggorsiisoo adda addaa raawwachuu irratti akka argaman irra deddeebiin maamiltoota keenya beeksisaa turreerra. Ammas, lakkoofsa iccitii ykn jecha darbii fi odeeffannoo keessan kanaan wal fakkaatan kamuu namaaf hin kenninaa! Ergaawwan barreeffamaa lakk. iccitii keessan gaafataniif deebii kennuu irraas of qusachuun dogoggorsitoota irraa of eegaa.
Hubadhaa! Baankiin keenya karaa barreeffamaa ykn ergaa miidiyaa hawaasaatiin ykn bilbilaan lakk. icciitii ykn jecha darbii keessan GONKUMAA hin gaafatu. Bilbilli shakkisiisaa ta’e yoo isiniif bilbilames saffisaan gara 609 bilbiluun ykn damee baankii keenyaa isinitti dhiyootti goruun akka beeksiftan isin hubachiisna.

ከአጭበርባሪዎች ተጠንቀቁ!
አንዳንድ አጭበርባሪዎች፣ የባንካችንን ስምና አርማ በመጠቀም፣ የተለያዩ አሳሳች እና ሀሰተኛ ተግባራትን እየፈፀሙ መሆናቸውን በተደጋጋሚ በማሳወቅ ላይ እንገኛለን። ውድ ደንበኞቻችን፣ የምስጢር ቁጥርራችሁን እና ማንኛውንም ዓይነት የግል የይለፍ ቃል ወይም መሰል መረጃዎችን ለማንም አትስጡ። የይለፍ ቃል እንድታስገቡ ለሚጠይቁ የጽሁፍ መልዕከቶች ወይም የስልክ ጥሪዎች ምላሽ ከመስጠት በመቆጠብ እራሳችሁን ከአጭበርባሪዎች ጠብቁ፡፡
ባንካችን በጽሁፍ መልዕክቶችም ሆነ በማህበራዊ ትስስር ገጾች የምስጢር ቁጥራችሁን ወይም የይለፍ ቃላችሁን በጭራሽ እንደማይጠይቅ በድጋሚ ልናስታውሳችሁ እንወዳለን። አጠራጣሪ የስልክ ጥሪ ከደረሳችሁ ፈጥናችሁ 609 ላይ በመደወል ወይም በአቅራቢያችሁ ወደሚገኘ የባንካችን ቅርንጫፍ በመሄድ እንድታሳውቁን እናሳስባለን።
#Coopbank #CustomerSafety #StayAlert #BankingTips




Tikeettii balalii xiyyaaraa Kooppeey I-birriin kutattanii akka tasaa yoo karoorri imala keessanii haqame, maallaqni keessan battalumatti gara herrega baankii keessaniitti isiniif deebi'a.
Kooppeey I-birri qofaan! Appilikeeshinicha ammuma bilbila keessanirratti fe'achuun itti fayyadamaa.

የበረራ ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ቆርጠው
ድንገት ጉዞዎ ቢሰረዝ ገንዘብዎ ወዲያውኑ ወደ ባንክ አካውንትዎ ተመላሽ ይደረግልዎታል።
በኮፔይ ኢ-ብር ብቻ!
መተግበሪውን አሁኑኑ በስልክዎ በመጫን ይጠቀሙበት።
#CoopayEbirr #Coopbank #InstantRefunds #TravelSmart #BookWithConfidence #DigitalBanking #FlyEasy


Maallaqa ergame dhibbentaa 4'n, gammachuu keessan immoo dachaa 100'n ol guddisna!

የተላከውን ገንዘብ በ4 በመቶ፣ ደስታዎን በ100 እጥፍ ከፍ እናደርጋለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


Maallaqa ergame dhibbentaa 4'n, gammachuu keessan immoo dachaa 100'n ol guddisna!

የተላከውን ገንዘብ በ4 በመቶ፣ ደስታዎን በ100 እጥፍ ከፍ እናደርጋለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


Hojjetanii Jijjiiramuun Amma!
Abjuun hojjettanii jijjiiramuu keessanii Michuu keessan waliin ni dhugooma. Liqii Dijitaalaa qabsiisa hin gaafanne, Michuutti fayyadamaa.

ሰርተው መለወጥ አሁን ነው!
ሰርተው የመለወጥ ህልምዎ ከምቹ ጋር እውን ይሆናል። በምቹ ከማስያዣ ነፃ ዲጂታል ብድር ይገልገሉ!
#Coopbank #MichuDigitalLoan #FinancialInclusion #EmpowermentThroughFinance #LifeChanger #NoCollatera

8k 0 3 16 55

Ergaan keessan milkaa'inaan qaqqabuusaa qofa miti, dhibbentaa 4'n guddachuusaas yaadadhaa!

መልእክትዎ በተሳካ ሁኔታ መድረሱን ብቻ ሳይሆን በ4 በመቶ ማደጉን ያስተውሉ!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


External Vacancy Announcement
The Cooperative Bank of Oromia (Coopbank) is a prominent financial institution in Ethiopia, established to provide banking services that cater specifically to the needs of its members and the broader community. Founded in 2004, Coopbank operates under the principles of cooperative banking, which emphasizes mutual assistance and community development. The bank has positioned itself as a key player in promoting economic growth and social welfare across the country.
Coopbank’s mission is to empower communities through financial inclusion, sustainable development, and innovative banking solutions. The bank envisions a future where all members of society have access to financial resources that enable them to improve their livelihoods and contribute positively to their communities. This aligns with its purpose: “Empowering Community Transforming Lives!”
To strengthen its work units, the bank is seeking qualified, motivated, and skilled applicants who fulfill the requirements to fill its vacant positions.
1. Job Title: Director Treasure Management
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3850&company=cooperat05

NOTICE:
Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the below link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.
• Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure.
• Female candidates are strongly encouraged to apply.
• Language proficiency: Proven proficiency in listening, speaking and writing command of Afaan Oromoo, Amharic, English languages.
• Only shortlisted applicants will be contacted.
• Application deadline: April 26,2025




Ergaa jaalalaa keessan hanga isin eedgan olitti guddisnee firaaf aantee keessan biraan isiniif geenya.

የፍቅር መልእክትዎን ከምትጠብቁት በላይ ከፍ አድርገን ለወዳጅ ዘመድዎ እናደርሳለን።
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


Dabarsi maallaqaa idil addunyaa, hojii sekoondiiwwanii akka ta'e dhaga'uu caalaa misiraachoo maaltu jira. Karaa FastPay kallattiidhaan ergadhaa!

ዓለምአቀፍ የሐዋላ አገልግሎት የሰከንዶች ጉዳይ መሆኑን
ከመስማት የበለጠ ምን መልካም ዜና አለ። በFastPay በኩል በቀጥታ ይላኩ!
#FastPay #InstantTransfers #HolidayGifts #SendMoneyFast #Coopbank #RemittanceMadeEasy


Ergaa jaalalaa keessan hanga isin eedgan olitti guddisnee firaaf aantee keessan biraan isiniif geenya.

የፍቅር መልእክትዎን ከምትጠብቁት በላይ ከፍ አድርገን ለወዳጅ ዘመድዎ እናደርሳለን።
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin nagaan isin gahe!
Ayyaana gammachuufi jaalalaan guutame akka isiniif ta'u hawwina
Ayyaana Gaarii!
     
እንኳን ለብርሃነ ትንሳኤው በሰላም አደረሳችሁ!
በፍቅርና በደስታ የተሞላ በዓል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን!
መልካም በዓል!
  
#Coopbank #HappyEaster #Ethiopia


Aduun dhiiteetti, Sa’atiin hojii darbeera, Baankiin cufameera, Guyyaa Ayyaanaati, taajaajila baankii hin argadhu jettanii hin yaadda’inaa! Sa'a 24 maallaqa galfachuus ta’e baafachuu kan isin dandeessise ATM ammayyaawaa keenya fayyadamaa!


በዓል ነው፣ ፀሐይ ጠልቃለች፣ የስራ ሰዓት አልፍዋል፣ የባንክ አገልግሎት ማግኘት አልችልም የሚለውን ስጋት በማስቀረት፣ 24 ሰዓት ገንዘብ ማስገባትም ሆነ ማውጣት የሚያስችልዎትን ዘመናዊ ኤቲኤማችንን ይጠቀሙ!
#Coopbank #24_7Banking #CashDeposit #ModernATM #BankingMadeEasy #Ethiopia


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Hoolotnis "Tooftaa Kaffaltii Dijitaalaan Malee...," jedhu; Tooftaan kafffaltii baay'ee salphaa, mijataa fi amansiisaa ta'e, Koopeey I-birri harkuma keessan jira.

#CoopayEbirr #Coopbank #SeamlessTransaction #Convenient #DigitalBanking #FasikaEthiopia


Ergaa jaalalaa keessan hanga isin eedgan olitti guddisnee firaaf aantee keessan biraan isiniif geenya.

የፍቅር መልእክትዎን ከምትጠብቁት በላይ ከፍ አድርገን ለወዳጅ ዘመድዎ እናደርሳለን።
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus


Baga Guyyaa Yaadannoo Fannifamuu Iyyasuus Kiristoosiin Nagaan Geessan!

እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የስቅለት መታሰቢያ ቀን በሰላም አደረሳችሁ!
#GoodFriday #Coopbank #Reflection #LoveAndSacrifice


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Tajaajilawwan Dijitaalaa baankii keenyaa bakkuma jirtanitti!
Liqiin Dijitaalaa Michuu fi Baankiin Dijitaalaa Kooppeey E-birr Baandii Sirbaan dabaalamanii, Dhiichisaan faayamanii, araddaa keessanirra naanna'anii isiniin wal baruu dhufaniiru; Argattanii?

የባንካችንን ዲጂታል አገልግሎቶች ባሉበት!
ምቹ ዲጂታል ብድር እና ኮፔይ ኢ-ብር ዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎቶቻችን በሙዚቃ ባንድ ታጅበው፣ በውዝዋዜ ደምቀው በአካባቢዎ እየተዘዋወሩ ሊተዋወቁዎ መጥተዋል። አጋጥሞዎታል?

#Coopbank #MichuLoan #UncollateralizedDigitalLoan #EmpoweringMSMEs #CoopayEbirr #DigitalBankingOnTheMove #BankingWithEnergy


Gabaa ayyaanaa akkas ho'e kanaaf tooftaa kaffaltii daran si’aawaa, salphaa fi amansiisaa ta'e Kooppeey I-birri fayyadamuun, mijaa’ina daangaa hin qabneen qananiaa!

ለደራው የበዓል ግብይት፣ እጅግ ፈጣን፣ ቀላል እና አስተማማኝ የክፍያ ዘዴ በሆነው ኮፔይ ኢ-ብር በመጠቀም፣ ወደር በሌለው ምቾቱ ይቀማጠሉ!
#CoopayEbirr #Coopbank #HolidayShoppingMadeEasy #DigitalBanking #PayWithConfidence #FastAndSafe


Ajajamuu aadeffatee,
Tajaajila onnee irraa maddeen kan gonfame, baankiin keenya,
Yeroo kamiyyuu caala, tibba ayyaana Du’aa Ka’uu kanatti,
Kennaa qaalii kan ta’e tajaajila isaatiin, isin cinaan jira yommuu jedhu,
Miira ajajamtummaa addaatiini.

የታዛዥነት አስተምህሮት፣
የማገልገል ፀጋን የተላበሰው ባንካችን፣
ከመቼውም ጊዜ ይበልጥ፣ በዚህ የትንሳዔ በዓል ወቅት፣
ውድ ስጦታዎ በሆነው አገልግሎቱ፣ ከጎኖ አለሁ ሲል፣
በሙሉ የታዛዥነት መንፈስ ነው።

#Coopbank #RemitBetterWithCoopbank #AttractiveRatesAlways #FastPay #CBORETAA
#ExtraBonus #MoreValueMoreLove

Показано 20 последних публикаций.