Akkam naga jirtuu miseensoonni keenya hunduu?Akkuma beekamu torbaan lama lamaan deegarsa harka qalleeyyif gochaa jirru kan ummata biratti jaalatamti gudda argateedha. Haaluma kanan guyyaa har'as gargaarsa keenya marsaa 6ffa haala nama hawwatuun harka qalleeyyi keenya cinaa dhabbanne jirra.
Haluuma kanan guyya har'a harka qalleeyyi afur(4) tokkon tokkoon isaaniiti:
Firaashaa 1m
Tiraasaa 1
Daaku 50kg
Zayiitaa 3ltr
Mokooroonii 5kg
Ruuzii 5kg
Qarshii 1000
Akkasumas aliimaa keenya beekkama Sheek Amaan H/ Gammaduu abba ilmii hedduu qaaman biratti argamuudhan walif foundation dhaaf duu'ayii jabduu nuuf godhanii jiru.
Isaan biras wantoota qabanne deemne keessa:
Re'ee
Zayiitaa 3ltr
Jalaabiiya (madawwara)
Amaamaa
Kofiiyaa
Qarshii 2000
Isaaniif arjoomuudhan du'aayii irraa qeeballe jirra. Isaaniis rakkoo cimarra akka jiraaniifi dhibeedhan waggaa 12 ol akka turan yaada nuuf keenani jiru kanaf namoonni biyya keessafi bargaama jirtaan aliimaa gudda keenya cinas akka dhabbattan dhaamsa isiiniif dabarsaa.