Har'a Indaastirii Aeronautics Sky Win eebbifneerra –Muummee Ministriaa Abiyyi Ahimad (Dr.)
****************************
Muummee Ministriaa Abiyyi Ahimad (Dr.) har'a Indaastrii Aeronautics Sky Win eebbisuu beeksisan.
Waggoota muraasa dura biyya keessatti Diroonii omishuu yaaduun waan hindanda’amne akka ture Muumeen Ministiraa eeraniiru.
Dirooniiwwan dandeettii hedduu qaban ogeeyyii ofiitiin saxaxa isaanii hojjechuu fi omishuu danda’uun, seenaa gudda ta’uu beeksisaniiru.
Muummee Ministiraa