K/Barsiisota KBB Jimmaatti ramadamtanii Dhufaa jirtan hundi Nagaan Nuuf Kottaa isiniin jechaa KBB'n Jimmaa qophii simannaa isaa xumuree isin eegaa jira. Haalumaa kanaan, Kolleejjiin keenya iddoo/bakka simannaa sadii irratti: Buufata konkolaataa fuul duree "Shawaa Hoteelii", Buufata konkolaataa durii Naannoo Hoteela Senteraaliifi balbala Kolleejjichaatti guyyaa gaafa 30/03/3017 fi 01/04/2017 Koreen/namoonni isin simatan qophaa'anii waan jiraniif kaadhimamtoonni yeroo dhuftan bakka jedhaman kanatti akka walitti qabamtan cimsinee isin beeksifna. Karaa Nagaa isiniif hawwina!!