Magarsaa Qilxuu


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Политика


Hundumtuu guuteet miti
Irra keessa kolfinaa
Kan kaleessaayyu hin qoorre
Madaa keenya hin horfiinaa!
we love Our flag!🟥🟩🟥

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Политика
Статистика
Фильтр публикаций


Waldaan Tokkummaa Tigiraayi Amerikaa jiru ibsa galgala kana baaseen,Murteewwan #TPLF gareen #Dabretsion uummata isaanii badiisa irraa baraaruuf #TDF waliin ta'uun bulchiinsa yeroo Tigiraayi #Geetaachoo_Raddaa irratti fudhataa jiran sirrii ta'uu fi walii galteen Pritooriyaa hojiirra ooluu dhabuun miidhamuu haawasaa, akkasumas uummanni tigiraayi gaaga'ama hamaa keessa seenuudhaan waajjira bulchiinsa yeroo naannichaa deemuun gaaffii gaafatee deebii dhabuu isaa ibsuun sochii yeroo ammaa kanatti TPLF gareen Dabretsion taasisaa jiru kallattii hundaaniyyuu akka deeggaran hubachiisaniiru.


Eeruu
Jaallan Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Daarimuu jirtanu, Waraanni Pp galgala kana bakka Qilxuu daarii jedhamu buufatee waan jirtuuf uummatis ta'e Jaallan hunduu of eeggannoon socho'aa 👌
Injifannoon uummata Oromoof 💪


Odeessa Kaabaa

Pirezedaantiin Bulchiinsa Yeroo Geetaachoo Reddaa fi gareen isaa kaleessa galgala Gara Finfinneetti baqatanii jiru.
Jeneraal Tsedqaan Gabira Tinsaayeenis Tigiraayiin gadi lakkisee baqatee jira.!
Humni Raayyaa Ittisa Tigiraay kan Debre Tsiyoonin durfamu Guutummaatti Tigiraayiin To'annoo Isaa jala Galchee Jira.!


Humni waraanaa TDF Gareen Dabiratsi'oon humni #Monjooriinoo_fi_Jeneral_Migibee Gammoojjii Tanbeeyi keessaatti Leenjifamaa turan haala kanaan Dirree Leenjii Irraa gara dirqama isaaniitti gadi Lakkifamanii jiru.

Godinoota Tigiraayi huunda Keessa Bakka qabachaa akka jiranii fi Garee caasaa Geetaachoo Raddaa ykn ppTigiraayi Kan ta'an qulqulleessuuf akka jiranis dhaadatan.!


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Eertiraan Meeshaa waraanaa Hedduu ta'aan
°Taankii 100 #
°BM 21
°Rocket 50 fi
°Heelekooptera waraanaa 30 Huumna waraanaa Makaanayizdi fi sasalphaa ta'aa 100,000 Assab fi Buree irraan Qubachiistee jirti!!
Maddi Odeeffannoo Birgeed Nihaamadu Finciltoota Isaayaas Afawarqii irraati!!

Oromoon Dammaqi Jarri Wal-nyaachun Nuf Bu'aa Dha.


Ajajaan waraanaa kutaa 67ffaa Koloneeli Gammachu Dirbaaba magaalaa Naqamteeti du'e argame isa kana.


#Oduu_addaa
Pirezedaantiin Bulchiinsa Yeroo #Abiyoot_Kaasayee muuddatee #Tigiraayiin ittiin Cabsuuf Karoorfate #Geetaachoo_Reddaa eda galgala kana #Yakkamtoota_2 dabalatee Saffisaan Kellaa eegumsaa Buufata Xiyyaaraa #Abbaa_Naggaa cabsuudhaan Gara #Finfinneetti baqatee jira. Amma #Abiy_Ahmed_Ali waliin Kiiloo-4 jira.
Jeneraal #Tsedqaan_Gabira_Tinsaayeenis Tigiraayiin gadi lakkisee baqatee jira.
Huumni Raayyaa Ittisa Tigiraay kan #Debre_Tsiyoonin durfamu Guutummaatti Tigiraayiin To'annoo Isaa jala Galchee Jira.
Maddi Oduu Keenyaa Miidiyaa #Dimtsi_Wayyane_Tigiray fi #Zara_Media irraa wabeeffanne.


Quba Qabaadha

W/Bahaa Aanota giddaa shanan guyyaa boorii booda bobbaafamni waraana PP waan geggeeffamuuf quba wal qabsiisaa jaallan!


Odeessa Kaabaa

Odeeffannoo amma nu gaheen gareen hidhattootaa Debretsion fi Monjorinoon durfamu qophii fonqolcha mootummaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigiraayi irratti guyyaa har'aa jechuun Amajjii 30 eegaleera jira.
Halkan har'aa naannoo sa'aatii 6:00 PM irraa eegalee magaalaa Maqalee, akkasumas zoonii bahaa, kibba bahaa, fi kibbaa to'achuuf duula jalqabanii jiru.

Hojiin fonqolcha mootummaa kun ajajoota muraasa maqaan isaanii Yohannis Maded
Maashoa Bauyenee
Magibay fi
Waddi Embaate jedhamaniin gaggeeffamaa akka jiru beekkameera.

labsiin waraanaa kunis kan Waliigaltee Piritoori'aa cabsuudha jedhame jira.
Adeemsi K/Abiyyi gara kaabaati gochaa jiruus abjuu ta'e wan hafaa jiru.

Oromoon Dammaqii WBO Kee Jabeeffadhu Impayeerri Si Fudhatte Baddii.


Baga Bitootessa 8
Guyyaa Dobartootaa geessan!!!


Tokko jedhee eegaleera #Amboo #Baankii_Hacaaluu biratti sa'a 1:10tti RIB,n Ilmaan Niqqiluu 2 #Kimbil 1 harkaa miliqe


Guyyaa Har'aa Mooraa Waraanaa Awaash Arbaa irraa Huumni Raayyaa Ittisa Sirnaa 3000 ta'aan Kan Meeshaa Gurguddaa Ykn Makaanaayizdi ta'aan Dhukaasuu fi Oppireet Gochuu danda'aan Buqqifamanii Karaa Affaariin Daangaa Eertiraa Gubbaa Qubachiifamanii Jiru.

Haa ta'u malee Miseensonni hedduun akka Jedhanitti " Lolichi lola Nama Dhuunfaa 2 Gidduutti adeemsifamuuf Deemuu dha malee Dhimma Biyyaa miti" jechuudhaan RIB 50 ol ta'aan isaanuma kana Keessaa Badanii akka jiran Eeruun Keessoo Isaaniitii ba'e tokko Nu qaqqabee Jira.

Kanaafuu Ilmaan Oromoo Raayyaa Ittisaa Keessa Jirtan ammuma irraa kaasee Osoo itti yaaddanii Gara Qe'ee Keessaniitti deebitanii Gaarii dha Jenneetu amanna!!
Tarii Boruu hawaasa Keessan Oromoof Gaachana ta'uu dandeessu Jennee waan itti amanneef Ergaa Kana Isiniif Dabarsine!!
Oromiyaan Biyya!!




Kunis erga diraamaa isaa xumureen booda mana hidhaatii bahee jira.
Wan PP itti fakkeessuf gootuti hin mirqaanina kaa jennuuf kanaaf.


Ofeeggannoof!!

Ummati keenya walloo ofeeggannoo godhaa Fanoon bakka namni keenya guyyaa oolu laaltee halkan dheyxee boombii mobila irratti hiitee biraa deemti ,yeroo barihe mobila sanarratti bilbilti akka namni itti deemee xuquuf. Yoo xuqame immoo boombichi namatti dhukka'a.
Kanaaf offeegaa adara.
Suuraan kuni Ortatti amaarri akkasitti boombiin ummata fixuuf yaaltee turte hin milkoofne malee


Gareen #mafiya OPDO ofii saamicha qabeenya uummataan machaa'uun "Caalbaasii dubartootaa" jechuun halkan tokkotti hanga qarshii milliyoona 1 facaasaa bulu, barsiisota maatii isaanii nyaachisanii buluu dadhabne jedhan irratti akkanaa dhadachaa jirti.

Barsiisota kana cinaa hunduu dhaabbachuu qaba.Tarkaanfiin mirga ofii gaafachuu barsiisota kanaa, fakkeenyumaa dha. Sabni barsiisota isaa cinaa hin dhaabbanne, egeree dhaloota isaa saba doomisuuf kan murteese dha. Keesumaa duriyoota amma barnootaafi barsiisotaaf diina taate kana itti dhiisanii taa'uun fafa guddaa dha.


Doorsisa Bilxiginnaadhaan baha kana ilaalaa!

=======
Murtoo manaajumanti mana barumsaa fi koree GMB murteeffame
Kallattii itti aanuu kan itti dabalaa magalaa Shaggar fi aangowota Kutaa magalaa keenyaan darbe:

1.Obbo Gugsaa Dajanee - Itti aanaa kantiibaa Magaalaa Shaggar
2.Obbo Firaqiyaa Kaasaahun- ittigaafatamaa wiiharnootun
3.Dr. Zarihun Taakkalee- itti aanaa/barnootaa
3.Obbo Fiqaaduu Tulluu - bulchaa Kooyyee Faccee
4.Obbo Fakkuataa Gammadaa-itti gaafatamaa paartii k/m/kooyyee Faccee
5.Obbo Dasaaleeny Faxxanee fi itti gaafatamtoota aanalee poolisii qorattoota yakkaa fi durbuu oota manneen barnootaaf kallattii kenname irratti murtoo manaajamantii darbe

Murtoo dabarfame

1.Barsiissaa/stuu rakkoo kana uumuu keessatti shoora qaban hamma hojii irraa hari'uutti tarkaanfii fudhatamee magaalaaf akka gabaasamu

2. Manneeti barnootaa guyyoota kana lamaan kana cufaman keessatti waldaan bu'uuraa barsiisotaa ta'ee akka itti fufuu hin qabu.
3. Hoggansi manneen barnoota rakkoon kun akka sumamuuf qooda fudhatan tarkaanfiin akka irratti fudhatamu

4. Barsiisaan guyyaa borii (28/06/2017) hojii isaatti hin deebi'in haala kamiin bakka hojii isaatti deebi'uuf mirga akka hin qabne.

5. Barsiisaa rakkoo kana uuman karaa teeknooloojiin adda baafamuun isaa illee deeme akku hojjeneef qaama hundaaf akka beeksifamu.

6. Qaamni ala taa'ee barsiisaan hojii isaa idilee akka hin hojjenneef hojii gufachiisaa jiru kan toora teeknooloojiin adda baafamee yakka daa'ima hiyyeessaa akka barnoota hin arganne ak iddoo jirutti too'annoo seeraa jala oolfamee ittigaafatamu.

7. Namni kami karaa seera qabeessaafi tasgabbi qabuun gaaffii mirgaa gaafachuu kan qabu karaa namni barate gaafachuu qabu qofaan akka ta'eecimsinee isin beeksifna.


#INBOX

"Godina HGW, Aanaa Jardagaa Jaarteetti warra harka kennee galee keessaa tokko haaromsa fudhatee erga mootummaan birri 90,000 isaaf galchee milishaa tokko ajjeesse meeshaa irra fuudhatee bade."


Ajechaa Gara Jabenyaa Konyaa Qellem Walagaa Onaa Sayoo Ganada Alaku Dorgomee Iddoo addaa Kalalaa Jedhamauttii Humni Mafia PP Gibiraa Motummaa Kafaluu didee jedhanii Abbaa Ijjoleen Shaani Nama Maqaan isaa Gammachuu Qanaa Jedhamu Rasasa ittii Robsuun ajeesuun Refaa akkaa Hin Awalamnee dhorkanii jiru Oromoon Rorroo akkasii kessaa jirtaa Falamadhu


Репост из: Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)
Qabiyyee Qormaata Naannoo fi Biyyooleessaa Kan Bara 2017
Kutaa 6ffaa
Kutaa 8ffaa fi
Kutaa 12ffaa.


Yoo Waaqi Jedhe Boquun Hawaasicha Ol-jechuuf

Hattun waggoota hedduuf uummata Giddaa Ayyaana
Kiiramuu
Eebantuu
Galiilaa
Amuruu
Jaartee fi kkf keessatti waggoota 5n oliif ummata saamte dararaa turtee Moosisa kaa jedhee of waamuu jiddu kana WBO fakkaachun yaa'e galuuf jedha!
Sanyii Naqarsaanis kanumaaf Gidda buufate jira.

Показано 20 последних публикаций.