MIIRA JECHOOTA


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский


⭐ Welcome
✅ We Promote Verified Projects
✅ We Promote Airdrops Bot
✅ Motivational speech
✅ Quotes is here

Buy Ads : https://telega.io/c/MIIRA_JECHOOTA
📬𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧
𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐠𝐮𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮f
👇 @Yaadafiqeeqabot
Owner ⭐ @Naatfik1

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Статистика
Фильтр публикаций


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑳𝒊𝒏𝒌 👇👇
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢


💎Har'a gatii xiqqoo kaffaltee waan argachuu dandeessuuf gatii kaffaluu yoo hin barbaanne, boru waan qabdu hunda yoo kennite argachuu dhiisuu dandeessa!👍

👑@MIIRA_JECHOOTA ☎️


📡ለመማር ከምትከፍለዉ ክፍያ ይልቅ ባለመማር የምትከፍለው ዋጋ ትልቅ ነዉ::

💬@MIIRA_JECHOOTA 💬


Репост из: Shagar post
Zoo namoonnii hojjachaa jirtan taksi bilisaa Limited kan ta’e daffa seenaa fudhaa linki gadii kana tuqaa👇

http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref587495886


Gammachuun waan barbaadde hunda argachuu miti.
Waan qabdu hundatti gammaduudha.
🎀🎀🎀🎀🎀🎀🎀🎀🎀🎀

⚡️@MIIRA_JECHOOTA👍


💎አንዳንዶች ከናንተ ጋር የሚሆኑት ከናንተ የተሻለ ሰው እስኪያገኙ ብቻ ነው ነገር ግን የተሻለ የሚሉት ሰው ከነሱ እንጂ ከናንተ በፍፁም አይሻልም እናንተ ሁሌም ልዩ ናችሁ!❤️❤️

💬 @MIIRA_JECHOOTA


Репост из: MUL'ATAA KEENYA
Barataan innii "according to" dhaan akkoo dinqituu jedhee dubbisee.😁

Sun amma university kamiin jiraa.😅


⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❤️Jaalalli daraaraadha
Akka guddatu gochuu qabda.

💎Love is the flower
You are got to let it grow⚡️
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

@MIIRA_JECHOOTA ⭐️


❤️‍🩹Jaallatamuun barbaachisaa dha, garuu gahaa miti. Kabajamuu, dursa kennuu, deeggaramuu, hawwamuu fi hubatamuu siif mala. Waan siif malu gaditti hin qufa'in.

Jaalalaa fi xiyyeeffannaan addunyaa kanarra jiru hundaaf akka malu yaadadhu🌎❤

@MIIRA_JECHOOTA


➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Dhiira ta'uun dhimma dhalootaati. Dhiira ta'uun dhimma umuriiti garuu nama gaarii ta'uun dhimma filannooti.🫴
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖

💘💘@MIIRA_JECHOOTA 💘💘


Kufaatii Al-Asaad booda, salaanni Jum’aa jalqabaa magaalaa guddoo Siiriyaa Damaasqootti kan salaatame yoo ta’u, namoonni kumaatamaan lakkaa’aman irratti hirmaataniiru.

Erga Al-Asaad aangoo irraa buqqifamee as Sooriyaa keessatti sirni salaata Jum’aa jalqabaa namoota kuma kudhaniin lakkaa’amanii oliin geggeeffameera.🌜

Torban kana roorroofi gidiraa mana hidhaa dhiigaa, Siidnaayaa keessatti geggeeffamaa ture addunya guutuun kan daawwate yommuu ta’u , Bilisoomuu Sooriyaattis namoonni hedduun gammachuu isaanii yeroo ibsatan miidiyaa hawaasummaa gubbaatti calaqqisaa jira.
Maddi Abdii sabaa
⚡️@MIIRA_JECHOOTA


✅Kan barattu itti yaadii baradhu,kan daldaltu itti yaadii daldali,kan qottu itti dhimmamii qoti,kan hooggantu itti leenji’ii hooggani malee,ati ufirraatti duutee,namni si jiraachisuuf gatii kaffalu hinjiruu gadi taa’i.
Biyya ijaaruun mataa ufii ijaarurraa jalqabaa hubadhu.❤️


@MIIRA_JECHOOTA


🌐Isa sagalee kee ukkaamsu irra. isa fagootti sirraa goree jiraatu maxxanfadhu.⭐️

🌐 @MIIRA_JECHOOTA ⭐️


💰Eebba kitaaba Mata dureen isaa HIN GAABBU jedhu eebifamuufi

Barreessaan kitaabichaa Obbo Jawaar Mohammad ibsa gabaabaa fuula barruu isaa irratti maxxanseen, Muddee 19 bara 2024 kitaabichi kan eebbifamu ta'uu ibse.

Iddoon📢 Keeniyaa | Nairobi


WARRI TON BARBAADDAN AMUMA NU QUNNAMA👇👇

@faru99


Seerri biyya keenyaa har'a bahe tokko nama dhiba. "Itoophiyaatti namni Feestaala fayyadame ykn feestaala kamuu harkatti baatee argame qarshii 5000- 10,000 adabamaa 🙊 jedhu bakka bu’oota uummataaf dhihaate.😏


Garmalee hin amaninaa. Garmalee hin jaallatin. Garmalee hin abdatin. Sababni isaas, garmalee kun baayʼee si miidhuu dandaʼa.

💰@MIIRA_JECHOOTA 💰


Guutuu biyyattiitti Ifaan badee jira.

“Humna Elektirikaa Adda Cite Deebisuuf Tattaaffiin Taasifamaa Jira “ jechuun Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksiseera

Humna Elektirikaa guutuu biyyattiitti adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.

⚡️@MIIRA_JECHOOTA


✔️Nama sii jecha gatii kaffalu kan ibidda sirra bu’aa jiru sirraa dhaaamsu ka halkanii guyyaa si duubatti sirraa falmu dhiistee
isa guyyaa morma jala si dhungatee halkan gurra si ciniinu adda baafadhu.👀

🛩
@MIIRA_JECHOOTA

🛩


⚡️Yoo akeekni kee humna qabaate gochi kee humna guddaa qabaata. Gochi kee humna yoo qabaate bu'aan kee humna guddaa qabaata.❤️

⚡️ @MIIRA_JECHOOTA ⚡️

Показано 20 последних публикаций.