Motivationals Tip


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


You can get motivational daily quotes
Join Us
Contact: @gech_ab

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


🔵"mallattoon nama guddaa irraa calaqqisu jaalalaa fi kabaja, gadi ofdeebisuu,..▶️ See More

✉️ "Haati manaa ogeettiin wantoota gurguddoo afran kana yommuu gootu caalatti abbaa manaa isheetiin jaalatamti",... ↪️ See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


Abbaa manaa cimaa duuba haadha manaa ogeettii jira,...
           ⬇️
➡️ See More
      See More


🚸 "Yeroo tokko tokko barnoonni danqaa warra sooressootaa ta'ee argita. Waggaa kee guutuu barnoota irratti dabarsitee hojii ittiin hojjechuuf carraa dhabda!"

@motivationals_tip 🔵


Of ta'i namni si ta'u hin jiruu

➡️ Namni humna kee qabu hin jiru

➡️ Namni kaayyoo kee qabu hin jiru

➡️ Namni gatii kee qabu hin jiru

➡️ Namni mul'ata kee qabu hin jiru

➡️ Namni onnee kee qabu hin jiru

➡️ Namni seenaa kee qabu hin jiru

➡️ Namni dandeettii kee qabu hin jiru

➡️ Namni sammuu kee qabu hin jiru

➡️ Namni qaama kee qabu hin jiru

➡️Namni si ta'e hin jiru!

✅ Kanaafuu Of Ta'i... !!!


@motivationals_tip


🖥Yeroo tokko tokko bu'aa guddaa argita, yeroo tokko tokko hin argitu.💵

♻️Bu'aa barbaadde yeroo hin argin mataa gad hin qabatiin yeroo dhiyootti ni ta'a.🌐

@motivationals_tip


Milkaa'ina isaatiif carraaquu kan jibbu
Rakkina isaatiif garbicha.

Bakka abjuu kee gahuuf carraaqu fi gatii kafaluun si barbaachisa.
Gatii kafaluu jibbite taanan abjuun qaba,kaayyon qaba jechuun kee sitti yaa hafuu dhiisi.

Oolmaa Gaarii!


"Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!"

(^-^) @motivationals_tip


Репост из: Gorsa Ganamaa
Galma hin qabdu taanan karaan hunduu si oofa.

Wanti guddaan eessa akka dhufte osoo hin taane,eessa akka deemtudha.

* Brain Traicy *

@Gorsa_Ganamaa


"Sababni milkaa'uu dhabuu namoota baay’ee kaayyoo galmaan ga’uuf carraaqan dhabuu isaaniiti"

ᡕᠵ᠊ᡃ່࡚ࠢ࠘ ⸝່ࠡࠣ᠊߯᠆ࠣ࠘ᡁࠣ࠘᠊᠊ࠢ

#Share taasisaa!
👇👇
@Motivationals_tip


❏ "Namoonni tokko tokko maaliif caalchisanii milkaa'u?

⓵. Gorsa namoota ciccimoo irraa fudhatu.
⓶. Fedhii fi kaka'uumsa olaanaa qabu.
⓷. Fageessanii yaadu.
⓸. Waan hojjechuu qaban beeku.
⓹. Waan hojjechuu qaban ni jaalatu.
⓺. Cimanii hojjetu.
⓻. Ofirratti hojjetu.
⓼. Fayyummaa isaanii

@Gorsa_Ganamaa
@motivationals_tip


Ati nama mo'amaa miti. Ati miidhamaa miti. Yoo jiraatte ati kaka'umsa. Imala kee, qormaata hunda of duuba ilaali. Kunoo rakkina keessa darbitee injifattee jirta. Beekkamtiin siif mala. Warri kaan dhukkubbii kee hin beekan.

Ati goota! Kabaja siif malu ofiif kenni.

🔥 @motivationals_tip 👌


Gammachuu Qabaadhu!


Gammachuu yoo barbaadde, akka nama gammachuu qabuutti hojjedhu. Sooressa ta'uu yoo barbaadde akka nama tokkotti socho'i. Addunyaa kana keessa jiraachuu yoo barbaadde, gammadii jiraadhu, addunyaan kun hin guutamtu waan ta’eef fuula dukkanaawaa fi quufa hin qabne qabattee hin naanna’in!

➡️
Addunyaa..mataa kee keessatti uumi.


🔊 @Motivational_tips


Yaada Gaarii Yaadi! Positively Yaadi!

Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa;  Guyyaa fokkisaadha jechuurra guyyaa bareedaadha jedhi; Itoophiyaa keessa jiraachuun na hin barbaachisu jechuurra, rakkoon amma jiru hundi ni darba, Itoophiyaan biyya mijataa taati jedhi! Hojii hin argadhu jechuurra, hojii hin dhabu jedhi; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi kee ni hammaata, kanaaf yaada gaarii qabaadhu!

@Motivationals_tip


ᡕᠵ᠊ᡃ່࡚ࠢ࠘ ⸝່ࠡࠣ᠊߯᠆Killeen gaafa humna keessatiin cabxe cuucii taati,Yoo dhiibbaa alaatiin cabxe immoo jireenyi isii dhume.


Репост из: Gorsa Ganamaa
Namana 💬

Osoo namni hunduu dhimma nama biraa dhiisee dhimma mataa ofiitiin dhama’ee, dhama’aan jidduutti bakka dhabaa, hubadhu! 😉

🔗 @Gorsa_Ganamaa


✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More

🎺 See More
See More


💘Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!


😀Yaadota Ciminaa fi haalota gaarii ta'aniin guutamuuf haalduree barbaachisoo kanneen beektuu laata?...➡️ See More

🎲 See More
See More


📢 Yaadota si onnachiisan, yaadota soorata Sammuu keetiif si'aatina kennan,...▶️ See More


Dubartii, jajjabni gatiin isheen ofiif kennitu guddaadha. Kabaja ofii isheef eenyummaa isheef qabdurraa kan madde, yeroo hundumaa ogummaa gurguddoo 5 tti gargaaramti....➡️ See More👆👇👇

↪️ See More
See More


🎲 Shamarran ogummaa 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha... ➡️ See More


😀Jaalalaaf dursa kennuuf qophii ta'i! Jaalalli qulqulluun Kan haalota irratti hin hundoofne yoo ta'e galmi isaa miidhagaadha. Obboloota kanneen irraa barachuuf as tuqaa,... See More

👆👇👇👆👇👇💘

See More
See More


💔⚡️Yeroo kana dhaloota miidhaa kan jiru qofummaadha. Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. ➡️See More👆👇👆👆💘🥹🥰

➡️ See More
 .    See More


Yaada Gaarii Yaadi! Positively Yaadi!

Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa;  Guyyaa fokkisaadha jechuurra guyyaa bareedaadha jedhi; Itoophiyaa keessa jiraachuun na hin barbaachisu jechuurra, rakkoon amma jiru hundi ni darba, Itoophiyaan biyya mijataa taati jedhi! Hojii hin argadhu jechuurra, hojii hin dhabu jedhi; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi kee ni hammaata, kanaaf yaada gaarii qabaadhu!

@motivationals_tip
@OroInspireCenter

Показано 20 последних публикаций.