Фильтр публикаций


Репост из: Hope Promotion
🚨 Mobile Card abbaa 25 gadhiifamuuf daqiiqaa 9 qofatu hafe. Ariifadhaa "Request Join" erguudhaan eegaa! 🏃‍♂️


🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: Tech Team


❤️ "Jaalala dhugaa keessatti wantoota 5n kana dhiirronni adda baafatanii beekuun gaaridha,...👉 See More

👉 See More
See More


🚨 Shamarran miira namaa ariitidhaan booji'an,.. See More


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👉 See More
       See More


💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more


🎚🌟🎚 2⃣0⃣2⃣5⃣ 🏍🏍

🚨"Yeroo soba dubbannu ho'iinsi funyaan keenyaa ni dabala"... See More

➡️ See More
See More


⭐️ Sababa ho'iinsaa irraa kan ka'e,... See More


Baga Bara Haaraa, Bara 2️⃣0️⃣2️⃣5️⃣ Nagaadhaan Geessan! Barri haaraa kun bara itti Waaqayyoon isa durii caalaa beektanii itti gammaddan isiniif haa ta'u!


✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." 👇👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/


Iccitii Qabadhu!

🔰Ati gaafa iccitii kee himattu, Aboo kee dhabda. inni ati iccitii kee itti himtu sun guyyaa wayii boolla si buusa.
✍ Macaafa Seera Uumamaa 3 :1
keessatti Seexanichi , “Dhuguma Waaqayyo, ‘Ija mukkeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran hundumaa irraa hin nyaatinaa!’ isiniin jedhee?” jedhee gaafate.
  ✔️Hewaanis, Uumama 3: 2-3 irratti immoo
bofichaan, “Nuyi ija mukkeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran irraa nyaachuu in dandeenya; 3 garuu muka isa iddoo dhaabaa kana walakkaa jiru duwwaa, Waaqayyo, ‘Ija isaa irraa hin nyaatinaa, isattis hin bu'inaa! Kanaa achi in duutu’ jedheera” jette  dubbii mana keessatti Waaqayyo Maatii sana mariisise akka salphaatti Hewaan tarreessitee Seexanatti himte. (Safuudha,  Seexana jalaa balbala banteem🙆, fira fakkaatanii dhufu warri nama cabsan.)
✔️ Bofichis Erga Seenaa jireenya (ምስጢራ) maatii sanaa karaa dubartii kanaa baree,  Uumama 3 :4-5 irratti, “Hin duutan; 5 isin ija mukichaa irraa yeroo nyaattan iji keessan akka banamu, hamaa fi gaarii beekuudhaanis akka Waaqayyo akka isin taatan, Waaqayyo in beeka” jedheen.
"Dubbii arraba irraa baate Fardi hin dhaqqabu jedhama mitiiree,"  Hewaan amma Orma dhaggeefachuu jalqabdekaa!
👉Amma Aboo isa Waaqayyo na fakkaattu jedheen dagatanii, akka Waaqayyoo ta'uuf mukicha nyaatan.
👉 Waaqayyo jalqabumayyuu nama akka fakkaattii isaatti uume, isaan garuu kana irraanfatanii Waaqayyo fakkaachuuf yaalan.
Asirratti Addaam Waa lama dagate
a. Aangoo Waaqayyoo :- abboommii Waaqayyo itti kenne.
b. Aangoo mataa isaa:- Kun immoo isa Waaqayyo Aboo uumama irratti kenneef. Waaqayyo Addaam akka uumama hundatti maqaa moggaasuuf aboo kenneef.
Isaan keessaa biqiltuun sun tokko ture, garuu isa dura muka badiisaa jedhamee moggaafame, Seexanni dagachiiftee "Mukti kun akka jedhamu miti, jetteen. Isaanis in #Maman
Kun hunduu Iccitii himuu irraa jalqabeem.
Kan Si cabsu kaan rakkataa fakkaatee sitti siqa.
Kaan fira fakkaatee sitti siqa,
kaan qulqulluu fakkaatee sitti siqa.
Ati garuu irraa of eegi!


🥰☕️ "Mudannoo barsiisoo ijoollee shamarranii kan baayee nama barsiisu keessaa muraasa,...➡️ See More
👇👇👇

See More
See More


Репост из: Hope Promotion
🥰☕️ "Jaalala Dhugaa fi bultii qajeelaa fuulduratti qabaachuu yoo barbaadde onnee kee nama hundumaaf banaa gochuu dhiisi,... See More
     👇👇👇

    See More
    See More

🤔👆 Mudannoo barsiisoo ijoollee shamarranii dubbisuuf,...➡️ See More























Показано 20 последних публикаций.