𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖


Гео и язык канала: Эфиопия, Сомалийский


OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Сомалийский
Статистика
Фильтр публикаций


Liverpool Premier League Nyaate😊

Barcelona Champions League Nyaata😊

Chelsean Conference League Nyaata😊

Man United Europa League Nyaata😊

Man City FACup Nyaata😊

Arsenal Immoo Biyyoo Nyaata🥴😁

👇Warri Arsenal Daa'ee Wada Arrabsooo🏃😁




Hojjetaan Mootumma yeroo mindaan ba'uuf lukkuu qalatee nyaata, Torbee tokko booda puupha lukkuu nyaata, torban lama boodammo nyaata lukkuu nyaata 😭

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Hamma feete Premier league nyaachu dandeessa.
Garuu waanca kana nyaachu hin dandeessu. 🙂


Dura Come on seeraan barressi mee osoo waa'ee artettaa hin dubbatin🙂‍↔️🤓

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


👇😁😁

Dhiira Abshaala ➕ Durba Abshaala = Jaalala

Dhiira Abshaala ➕ Durba Gowwaa = Ulfa🤰😁

Dhiira Gowwaa ➕ Durba Abshaala = Gaa'ila🧑‍💼👰😁

Ati Kana Keessa Kamigaa?😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Caaaamooooon liiiveeeee 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

Down down Arsenaal

mikel arteettan ammaahoo abdi hin kunnee laataa😫


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Lines man was celebrating 😂😂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Miindaa fudhattee mana galtee gafa kiisii keessaa dhabdu🤣

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Mucaan kun eessa deemee guys🧐🧐


Namni hin rafne inbox kottu hirribatu na qabuu dide beekumsamoo birritu caala isa jedhu irratti wal falminaatii.

Share@qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo


Durba gabaabdu wajjin qoosuun sirrii mitiim. Taphaaf jedhee xiqqoomashe darbannaan, utaalte siinii keessa buute. 😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


ODUU HAARAA!

Sababa Faayiliin Free Internet Telegram Chaayinaalii Garaagaraa Irratti Gadhiifamuuf Jecha Teeleedhaan Chaayinaalonni Heeddun Blocked Ta'aaniiru,Ta'aa Jirus🥹

✋Kanaafuu Of-eeggannoodhaaf Jecha Chaayinaalii Koo Irratti Gadhiisuu Dhiiseen,Faayilii Internet Fi Faayilii Kanneen Biroo Gosa Barbaaddan Kamiyyuu Kan Irraa Argattan Bot Haaraa Isiniif Uumeen Jira

Seenaa Irraa Fayyadamaa👇👇

@LALO_SUPPORT_BOT

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


✋Adurreekootu Dhalee Bor Ganama Kottaa Marqaa Nyaadhaayee😁


Utuu kilaba sadarkaa lammaffaaf waancaan laatamuu jalqabee arsenal 3ffaa baha jedhe mucaan tokko🙄🙄

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Broo angoo hin qabu jettee hin gaddin


mana kee keessatti angoon remote kankee taanaan kan biraa maal barbaaddaa

Share@qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo


Utuu Akkoonkoo Hin Jirtu Ta'ee Sila Ani Har'a Nama Kana Isiniif Barreessuyyuu Hin Turreem Abbeemakootu Akka Maleetti Dha'ee Na Ajjeesa Ture🥹

Lafa Akkoonkoo Jirtutti Eenyuun H shee Nattin Buutu Iyyiteema Narraa Baafti😁

✋Mee Akkakoo Warri Reebicha Akka Maleef Du'a Ooltan😁

Share➬
@qoosaa_oromoo
Share➬
@qoosaa_oromoo


Animmoo intinaan afuufaa jira🙃

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Ilaamee Obboleessako Waggaa Amma Kanaa Rakkadhee Baradheen Hojii Dhabaa Ta'e Jettee Sammuukee Hin Dhipisin. Aniyyuu Xurumbaa Iddirii Afuufeen Jiraachaa Jiraatii🥹

Share➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Baga gammaddan baga gammane shiroon yeroodhaaf tamsaasa isaa adda kutee kan turee amma qillensa irratti Debi.uun tamsaasa jalqabeera 😄

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo

5.5k 0 10 1 137
Показано 20 последних публикаций.