IMG_20230303_140022_773.jpg
#Yuunivarsitii_Wolloo
#Waamicha
Yuunivarsitiin Wolloo sagantaa barnoota sirreeffamaan barattoota gara Yuunvarsiitichaatti ramadamaniif guyyaan galmee Bitootessa 04 fi 05/2015 ta’uu beeksiseera.
Wantoota yeroo Yunivarsiitii deemtan of harkaa qabaachuu qabdan:
➧ Ragaa barnoota qophaa'insaa ittiin xumurtan
➧ tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa; Orijinaala fi kooppii
➧ kaardii kutaa 8ffaa, Orijinaala fi kooppii
➧Suuraa Gurdii 3 by 4 (Suuraa Gabaabaa).
➧Uffata Ispoortii
➧ Uffata halkanii
Yuunivarsiitichi barattoota guyyoota caqafaman duras ta’e booda dhufan akka hin keessummeessine akeekkachiiseera.
@WalaloofiAsoosama