Jechoota mimmiidhagoo
•••••••••••••••••••••••••
■Jireenyi patternii mataa ishee qabdi! Hack gochuun gahee keeti.
•••••••••••••••••••••••••
■Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin, jireenya kee karaa hedduutti hiikkatu.
•••••••••••••••••••••••••
■Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin, Namni dhugaa akka si jaallatuuf of ta'i.
•••••••••••••••••••••••••
■Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru, hin jiraatus.
•••••••••••••••••••••••••
■iImi namaa gaafa gad-jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa ati jilbeeffattuufii ol si qaba.
•••••••••••••••••••••••••
■Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu. Kan baachiisu salphaadha jedha.
•••••••••••••••••••••••••
■Namoota nu cunqursaniif dhiifama gochuun moo'amuu osoo hin taane, Jaalala barsiisudha.
•••••••••••••••••••••••••••
❤️
itti fufaa .......