Фильтр публикаций


Airdrop sirriitti seeraan nuuf kaffalan anis hojjedhe
Dogs
Major
Xempire
Wats.....
Kan biroos ganaa ni kaffalu jedhamanii yaadan
☑️Zoo

Kan nu dhamaasanii xiqqoo kaffalan immoo

✍️Hamster combat
✍️Tapswap
✍️Vertus
✍️Goat
✍️Tomarket

Kun akka kootti akkan hojjedhee argadhetti.Kan keessaniin adsa tahuu danda'a.


Akkaataan hojii isaa dog wajjin walfakkaata. Hojjechuuf Baayyee salphata.Task jiran hojjedhaa. Kana booda guyyaatti yeroo tokko yeroo boqonnaa keessanii hojjedhaa.👇

https://t.me/mousehous_bot/mouseapp?startapp=ref_6009905634


Jireenya jiraannu keessatti yeroo hundumaa wanta nu mudatuuf of qopheessuutu nurra jira.Wanta nu mudateef deebiin kenninus hanguma waan nu mudateen garaa garaadha.Wantootni nu mudatan tokko tokko kan jijjiirru gariin immoo kan ofitti fudhannuudha.

Duubdeebiin keenya ta'iiwwan kanaaf nuti deebisnu, mataa keenya haalota waliin waliif galchiisnee jireenya fooyya'aa akka jiraannu nu gargaara.
Wanti tokko yeroo nu mudatu carra qabeessa yoo taane, namoota nu bira dhaabbatan ni qabna.Kan nu jajjabeessan, kan nu qananiisan, kan humna nuuf ta'an,kana biraan namoota guutummaan guutuutti bakka nu bu'uun itti gaafatamummaa nuuf fudhatanis ni qabna.

Kunis waan qajeelaa fi jajjabeeffamuu qabuudha. Garuu, yeroo tokko tokko immoo namootni kun nu waliin ta'uun isaanii fiixee/xumura mudannoo sanaa osoo nuti hin argiinii fi hanga xumuraatti humna/dandeettii keenya guutuudhaan osoo dura hin dhaabbatin gara duubaatti kan nu deebisu ta'a.Kun immoo dandeettii keenya ta'iiwwan damdamachuu fi ta'iiwwan akka jiranitti fudhachuu gadi buusa. Sababni isaa namoota guyyaa rakkootti ol kaawwanne waan qabnuuf. Kun immoo jireenya keessatti yeroo hundumaa wal fakkaataa ta'uu dhiisuu danda'a.

Jireenyi hin qoramne hiika hin qabu akkuma jedhamu, yeroo tokko tokko qormaatni ulfaataan nu quunnamuu ni mala.Yeroo kanatti immoo ofii keenyaaf itti cichinee sirreessuu ni dandeenya. Adeemsa kana keessatti immoo ciminni keenya niqorama. Kanaafuu, qormaata kana darbuuf yeroo tokko tokko eeggattummaa namoota sanaa malee wantoota qofaa keenya cichinee dabarsuutu nurraa eegama.Kun immoo cimaa akka taanu nu taasisa.


Nuti bu'aa yaada keenyaati. Gaarummaa yaadda yoo ta'e gaarumatu si qunnama. Sammuun kee waan badii yaadaa oola taanaan badiinsi kee dhiyoo jira.Sammuu kee keessa yaanni hangafummaadhaan deddeebi'u maali inni? Ati yaada sanaadha,yaada adda durummaan sammuu kee keessa deddeebi'u sana.

Hiyyuummaatu si sodaachisaa jira taanaan ati hiyyeessa,waan duroomuu irra deddeebiin yaadda yoo ta'e ati sooromuun kee dhiyoodha. Ka'umsi waa maraa yaada waan ta'eef.

Kanaafuu waan yaaddu filachuun jiraanya kee jijjiiruu dandeessa.


✍️Gaaridha ykn gaarii miti wanti jedhamu hin jiru.Kan kana taasisu garuu yaada sammuu namaati
#sheen_ispiir

✍️Yeroo gammaduu boo'uun waan hin jireef miti, wanti nama boossisu hundi gadda miti.
#Aristootil

✍️kanan kolfu waan boo'uun narra hin jirreef miti.
#Abraham_Linken


Namni akka si hin qeeqne yoo feete harka kee maradhuu, afaan kee cufadhuu taa'i jedha Aristootil. Namni waan hojjetu beeku, galma qabuu fi galmicha ammoo beeku calluma jedhee waan galmasaan isa ga'u hojjeta. Qeeqamuu sodaachuu dhiisa. Namoota hunda biratti jaalatamuu akka hin dandeenye beekee, jaallatamuu dadhabuusaas amanee fudhata...

Sababni isaas, deemee deemee wanti murteessaan lakkoofsa namoota si jaallatanii osoo hin taane biyya lafaarra hamma jirtutti nama ta'uu barbaaddu taatee darbuu keedha jedhee yaada waan ta'eef.


#GAARII_HOJJEDHU_GAARII_TA'I!

Yaadni keessan anaaf utubaadha! Baay'een isin galateeffachuu barbaada. Waliin deemsi keenya ammayyuu itti fufa! Wal barsiisaa wal irraa baranna! Dubbisaa! Dubbisuun hanga du'aattidha.

Aristootil dubbii umurii dheeraa lakkoofsise tokko qaba: Gaarii hojjedhuu gaarii ta'i! Jireenya keenya keessatti yeroo hundumaa waan gaarii hojjechuu haa amaleeffannu. Hojiin gaariin gaafa irra deddeebi'ee hojjetamu ni amaleeffatama. Amala nuuf ta'a. Wanti amaleeffanne immoo qaama jireenya keenyaa ta'a.

Otuma waan gaarii hojjennuu, namoota gaggaarii taana.Hojii gaariin nama gaarii nu taasisa jechuudha. Kanaaf akka ilmaan namootaatti yeroo hundumaa waan gaarii waliif haa yaadnu,waan gaarii waliif haa hojjennu. Ija gaariin wal haa ilaallu,ilaalcha gaarii waliif haa qabaannu.

Ganama yeroo hirriba keenya irraa dammaqnu mara," har'a wanti gaariin ani hojjechuu danda'u maali?" Jennee of haa gaafannu. Wanti gaariin hojjechuu dandeenyu hunda immoo haa hojjennu. Gaarummaan qajeeltoo jireenya keenya hoogganu nuuf haa ta'u!


$💸 #CAPS

📱Abbaa telegram kan ta'e Pavel Durov hojii Guyyaa 8 qofaaf turu gadhiisee ture guyyaa arraa xumurama


🫰*Official mini-app.*

Tartiiba isaa

◇ 'Satrt'
◇ Taaskota jiran xumuruu
◇ Hiriyoota keessan invite godhuu
◇ ✅️Done

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6009905634


Jireenyi maali?

Waa'ee jireenyaa osoo gaafatamnee, kan ibsuu dandeenyu xiqqaadha jedheen yaada.

Namoonni falaasamaa jireenya erga jiraatanii arganii booda akkanatti hiikaniiru👇

Jireenyi maali?

✅️Dostoyevsky: Si'ooliidha
✅️ Soqiraaxis: Weeraraadha
✅️Aristootil: Sammuudha
✅️ Niitsche: Ciminaadha
✅️Firoyd: Du’aadha
✅️Maarkis: Yaadaadha
✅️ Pikaasoo: Aartiidha
✅️Gaandii: Jaalalaadha
✅️Shoopenhawer: Gidiraadha
✅️ Raasil: Dorgommiidha
✅️Steve Jobs: Amantiidha

✅️Einstein: Beekumsadha.
✅️Isteefan Hoopkiins: Abdiidha
✅️Kaafkaa: Xumuraadha.

Isiniif hoo jireenyi maalidha?


Chaaneliin kun kan banameef akka irraa barattaniif malee akka isin ittiin wal ceephaataniif miti. Akka irraa barattaniif malee. Filoosofii jechuun waaqayyo hin jiru jechuu miti. Obboleessi koo tokko akkana naan jedhe''abbaan chaanelii kanaa waaqayyo hin jiru jedhee amana naan jedhe''dhiifama siif haa godhu obboleesso. Gaaffiin kun sammuu kee keessa maaliif akka dhufe hin beeku.Maqaan koo iyyuu Waaqjiraadha hiika maqaa koo irraa iyyuu siif galuu danda'a.

Chaaneliin kun kaayyoo tokko qofa qabdi.Sammuun dhaloota kanaa akka xiinxalu taasisuudha.Nama barsiisuu osoo hin taane akka yaadan gochuu dha.Namoonni hedduun gara keessaatiin naaf barreessu,yaada amantii tuqu maaf kaafta? Naan jedhu.

Kaayyoon chaanaalii kanaa sammuun namaa kaayyoo ganama uumameef akka yaadatu taasisuudha. Kaayyoon ganama uumameef yaaduu akka danda'uudha. Namni namaaf uumameet garuu Yaaduu dadhabuun jireenya bineensaa jiraata.

Fuulli kun amantaa kamuu,saba kamuu bakka hin bu'u.Yaada qofa xiinxala. Akka sammuun namaa yaadu godha,gaaffii''maaliif?'' jedhu akka kaastuuf si gargaara. Beekaan tokko akkas jedha''Yaaduu gaafa dhaabdu amanuu jalqabda''jedha. Jechuunsaa waanuma namni sitti himu hunda ameen jettee fudhatta jechuu isaati.

Sodaa malee yaada kaafna.Ni xiinxalla,kanaaf uumamne waan ta'eef.Waan addunyaa kana irratti namni uumee itti fayyadamaa jirru fi sadarkaa Teknoolojiin amma irra jirru kun bu'aa Yaadaati.Xiyyaarri nama fuudhee lafa fi samii hankaakee balali'u,Dooniin toonii 100 ol fe'ee bishaan irra bololi'u, foddaa TV'n kan daawwannu Fi kkf hundi bu'aama yaadaati.

Walumaa gala chaaneliin kun kan isinitti hin tolle yoo jiraattan leave godhaa keessaa ba'aa.


Jibbitoonni dhugumaan si hin jibban, dhugaa dubbachuuf ati calaqqisa waan isaan ta'uu hawwan waan taateef si jibbu.


Namni tokko irra deddeebi'ee waa'ee amantii isaa as irratti dubbachuu fi gara amantichaattis nama waamuun isaa waan nama jeequ ta'uu hin qabu. Nama ta'etu Kiristaana ykn Musiliimadha haa jennu. Lachuu du'a booda jireenyaa fi adabbiin bara baraa akka jiru ni barsiisu. Namni sun ammoo wanti kun dhugaadha jedhee amana. Ati wantichi dhugaa ta'uu isaa amanuu fi dhiisuun kee waan biraadha namni sun garuu garaa guutuu amana!

Yoo karicha hin hordoftu ta'e, galgalli kee dukkana dhuma hin qabne ta'uuf akka jiru osoo amanuu, gara karichaatti sin waamu yoo ta'e, inni nama akkamiiti? Namni jaalala siif qabu tokko, karaa badiisaa hamaa sanarra akka ati jirtu osoo amanuu, callisee akkamitti dhiisa? Situ wanta sana amana haa jennu karaan namni ta'e tokko irra jiru gara iddoo dukkanaa sanatti akka geessu ni amanta. Sana erga amantee, nama sana ni jaalatta taanaan qajeelchuuf hin dhimmituu?

Akkaataan dubbannaa isaanii tuffii of keessaa yoo qabaate, dhiyeessiin isaaniis bakkaa fi yeroo toluu yoo baate, mufannaa uumuun isaa hubatamaadha. Sanaan alatti garuu social media kana irrattis ta'e, iddoo kaanitti waa'ee fayyina isaanii dudubbachuu fi gara amantaa isaaniitti namoota affeeruun isaanii warreen amantaa sana hin hordofne aarsuu hin qabu. Yeroo hundas ta'uu baatu, akka agarsiistuu jaalalaatti ilaalamuu waan danda'uudha. Bakka nama biroo bu'anii haalota ilaaluu baruun gaariidha.


Taayilaanditti dhalatte osoo ta'ee, carraan Budiizimii hordofuu kee 92% ture,
✍️Roomeeniyaatti dhalatte osoo ta'ee, carraan Kiristaanummaa hordofuu kee 99% ture.
✍️Afgaanistaanitti dhalatte osoo ta'ee, carraan Isilaamummaa hordofuu kee 99% ture.

Amantaan namootni hordofan yeroo hundas ta'uu baatu, hundatti bifa siquun amantaa maatii fi naannoo isaan keessatti guddatan hordofaniidha. Kun qofti mataa isaatti amantaalee sanneen soba hin jechisiisu. Amantaa tokko qabiyyee isaatiin madaaluu dhiisanii, iddoo madda isaatiin madaaluun dogoggora 𝑔𝑒𝑛𝑒𝑡𝑖𝑐 𝑓𝑎𝑙𝑙𝑎𝑐𝑦 jedhamuudha. Garuu, carraan amanuu fi dhiisuu nama tokkoo harki caalu Jiyoogiraafiidhaan murtaa'uun isaa qomarra nama taa'uu hin qabuu? Akkamitti hubatta?😊


Dhiirri tokko kophaa ta'ee haalota xiinxaluun baay'ee Isa gammachiisa. Yeroo kanatti jaalalleensaa yookaan haati warraa isaa ni jeeqamti. Waan inni isheef yeroo kennuu dide itti fakkaachuu mala. Kun immoo kan agarsiisu akka isheen jaalala isaa hin kabajnee fi walabummaasaa hin feeneedha.

Haa ta'u malee,dubartiin hubattuu taate kophummaa isaa kana ni kabajjiif. Kophummaa isaa ni kunuunsitiif. Akkamitti akka kophummaa isaa keessatti isaaf yaaduufi isa jaalachuu dandeessu daandii soqxi. Yeroo kana jaalalli hiika sirrii argata."
#Ooshoo


Abbaa telegram kan ta'e Pavel Durov hojii Guyyaa 8 qofaaf turu gadhiisee jira


Guyyoota 8 qofaaf tura
Lakkoofsi eegalamee jira - guyyaa 4 qofatu hafe.

*Official mini-app.*

Tartiiba isaa

✅️ 'Satrt' godhaa
✅️Taaskota jiran xumuraa
✅️ Guyyaa Guyyaan Check godhaa
✅️ Hiriyoota keessan invite godhaa
✅️Done Torbaan booda hangamtu isin gahaa ilaaluudha

🤝Ammuma linkii kana Tuqii Start  godhi


https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6009905634


Dukkana bira darbee ifa qulqullaa'uutu jira

Waa'ee ofii keenyaa xiqqoo haa barannu.Namoonni yeroo jireenya kee keessaa ba'uu barbaadan, wantoota dursa sitti dhaga'aamu, dadhabina kee baasanii waan hunda xiinxaluudhaan. Kallattiin ykn yeroo adda addaatti akka xumurtu abdii sitti himu." Miira namatti hin tolle akka sitti dhaga'aamu godhu, Garuu, miira kana faallaa ta'een ilaaluu qabda.

Miira sitti dhaga'aamu sana hin sodaatin.Hanga dandeessetti gaddi.Garuu, humna xiqqoo qalbiin kee sitti himu sana qabadhu akka wantootni darban.Miirri sun ni deebi'a.Ittis of haa ibsu.Humna kee irratti hundaa'uun guyyaa tokko, torbee tokko, ji'a tokko, waggaa tokko fudhachuu danda'a.Dhugaadha, wanti hundinuu dhuma irratti gaarii ta'a.Namni gadi bu'ee hin kaane nama abdii hin qabneedha.


Sodaan deebii yaada keetiti. Sodaan yeroodhaan hin kolaafamne taanaan humna yaaduu fi waa kalaquu namarraa mulqa. Inni jabaan sodaachuu dhiisuudha, gootummaa. Icitiin sodaa kee injifattuun keessaa tokkoo fi jabaan wanta sodaattu hojjechuudha.

Maalummaa sodaa tolchii adda baafadhu. Sodaa sumatu uuma, sammuu kee keessa malee eessa iyyuu hin jiru. Sammuu kee keessaa dhabamsiisnaan eessallee hin jiru jechuudha. Sodaa of keessaa balleessite taanaan bakka garaa keetii, bakka abjuu fi Mul'ata keetii ni geessa. Kun immoo jireenya kee keessatti gammachuu fi nageenya guddaa siif kenna.

Madda:The monk Who Sold His Ferarri
Barreessan:Robin Sharma


Abbaa telegram kan ta'e Pavel Durov hojii Guyyaa 8 qofaaf turu gadhiisee jira


Guyyoota 8 qofaaf tura
Lakkoofsi eegalamee jira - guyyaa 6 qofatu hafe.

*Official mini-app.*

Tartiiba isaa

✅️ 'Satrt' godhaa
✅️Taaskota jiran xumuraa
✅️ Guyyaa Guyyaan Check godhaa
✅️ Hiriyoota keessan invite godhaa
✅️Done Torbaan booda hangamtu isin gahaa ilaaluudha

🤝Ammuma linkii kana Tuqii Start  godhi


https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6009905634


Namni baayyeen wantoonni isaan akka isaanif ta'u fedhanii dalagan, akkasuma illee amalli isaan calaqqisiisan amantaa isaanii irratti hunda'a.

Taateen kun immoo kan mullisu, ilaalchi namoonni waan garaa garaaf qaban Kan maddisiifamu amantaa isaan qabaniin ta'uu isaati.Ilaalchi amantaan maddisiifamu kunis akkuma garaa garummaan amantaa hunda gidduu jiru,ilaalchis gargar ta'uu Mala jechuudha.

Fakkeenyaaf, namni amantaa kiristaanummaa hordofaa ture tokko yoo amantaa isaa gara islaamummaatti jijjiirrate,ilaalchi isaas akkasuma ni jijjjrama.Kana jechuun ammoo namni sun yeroo kiristaanummaa hordofaa ture sana wanti inni gaarii akka ta'etti ilaalaa ture, ilaalcha muslimummaa isaatiin akka gadhee ta'an,akkasumas kanneen inni akka waan gadheetti ilaalaa ture,waan garii ta'uu Mala jechuudha.


Kitaaba seexanaa!!
(Codex Gigas book)

Ajaa'iba! Dubbisaa share waliif godhaa!


Seexannii kitaaba barreesse jechuu yeroo dhageessaan dinqisiifachuu,ajaa'ibsiifachuu irra darbee shakkii guddaan isin keessatti uumamuu danda'a! Garuu, seexanni kitaaba barreessee qaba!

✍️Kitaabichi Eessatti argama?
✍️Maal jedhees barreesse?
Yoom barreesse?
✍️Kitaabichi hammam ga'a?
Kan jedhuuf wal duraa duubaan isiniif ibsa!


✅Kitaabni seexanaa {the codex Gigas book} kun kan inni argamu library guddicha addunya kan ta'e library of Sweden keessatti argama!

✅ Kitaabni the codex Gigas kun sirni barreeffama isaa halluu garaa garaan barreeffame.Akka sayintistoonni raaganitti, halluu garaa garaa qabaachuun isaa hubannoof akka salpatuuf ta'uu isaallee ibsaniiru!

✅Akka tilmaama sayintistootaatti {scientists estimate} tti kitaabni kun jaarraa 13ffaa keessa akka barreeffame raagama!

✅ Kitaabichi yeroo sanatti gogaa harree 160 olitti tilmaamamu irratti kan barreeffame ta'uus ragaan tokko tokko ni ifoomsu!

Показано 20 последних публикаций.