Фильтр публикаций


❤️ Jaalalli Onnee irraa maddu mallattoolee 5n beekama,...➡️ See More

💬 Gammadii, gammachiisi! Jireenya kee keessatti haalota si mudatan hundumaa gammachuutti jijjiiruuf qabxiilee 10 kanneen hordofi,... 👉 See More
 
          👇👇👇
   👉 See More  👈
   👉 See More  👈
           👆👆👆


Galiin kee hammuma sammuun kee guddataa adeemuun dabalaa adeema!

Kutaa qaama keenyaa kan biraa akkuma leenjifnu, waan dansaa yaadutti sammuu haa leenjifnu. Addunyaan kun warra sammuun naaffatanii fi warra sammuun hir'uun malee warra qaama miidhamaniin tasumaa hin baddus, hin badaddus.

Join Us 👇
Goal AInspireReads24


⏰️ Yeroo Sirrii

🗣️ Jaalala jalqabuuf yeroo sirrii beekuun baay'ee barbaachisaadha. Hiriyummaan jaalalaa jaalalleewwan gaa'elaaf wal-abdatanii yeroo baay'ee kan addaan cituuf yeroo malee eegaluu isaa irraa kan ka'eenidha.
🔄 Guutummaan mata-duree kanaa fi barnoonni walfakkaatoon biroo bal'inaan karaa weebsitii keenyaa dhiyaatanii waan jiraniif seenuun argachuu dandeessu. Subscribe, Share gochuudhaan nu waliin turaa. Barnoota karaa web keenyaa dhiyaatutti baay'ee ni gammaddu jennee abdanna. Comment illee nuuf barreessuu ni dandeessu. Galatoomaa 🙏
👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


💓 Namni garaa isaa "beelaaf obsa barsiise" eenyuufuu hin mo'amu! Injifataa dha.

Join Us 👇
Goal A | Inspire | Reads24


Pornogiraafiin Maali?

Hiika Pornogiraafii fi Yaada Qorattootaa

1. Amala fedhii saalqunnamtii kakaasu (Suura, video yookiin barreeffama) kan miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame agarsiisu.
2. Meeshaa (Kitaabota) fedhii saalqunnamtii agarsiisuu fi miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame.
3. Gochoota haala miira namaa kakaasuun argisiisuudhaan miira cimaa akka kakaasuuf yaadame. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/pornogiraafiin-maali/


"Kan si beekutu baay'edha malee kan siif beeku muraasa!" ✅

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


🫵 Akkas jedha "falaasamni namoota si dudduuba jiranii, quba sitti qabuu fi hir'ina kee ilaalanii kolfuu."

Quba tokko gaafa namatti qabdu afurtu sitti qabamee jira. Kanaaf quba kee gadi qabi! .....

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


"Early birds wake-up catch worms!"

Amaloota namoota milka'anii shanan
   1. Ganamaan ka'u.
  2. Ni galateeffatu.
   3. Waan hojjetan samuutti yaadu.
   4. Waan yaadan gochaatti jijjiiru.
   5. Gareedhaan hojjetu.

     Oolmaa gaarii qabaadha🤜🌟🤛

@Gaggeessummaa


"No pain, No gain"

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


WHEN YOU DREAM BIG
1. You will go to bed late and get up early.
2. You will have very few friends.
3. You will be misunderstood.
4. You will be single unless you're lucky enough to find someone who understands your lifestyle.
5. People will always want you to do well but never better than them, so you'll be doubted. For these reasons, you will do many things ALONE. Your hard work will pay off.

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Dhimma filannoo fi murtoo keessanii!

Filannoo fi murtoon kee waan lama keessaa tokko agarsiisa. . .

1. Abdii

Yeroo waa’ee egeree yaaddee filannoo fi murtoo gootu dhiibbaa hamaa kamirraayyuu bilisa waan taateef sammuu ifaa filannoo fi murtoo sirrii ta’e godhu ni qabaatta.

2. Sodaa

Yeroo sodaa irraa kan ka’e filannoo fi murtoo gootu, wanti tokko na mudata ykn carraa na jalaa darba jettee yaaddee, dandeettiin sababeeffannaa kee duumessa ta’ee filannoo fi murtoo miiraa booda itti gaabbitu ni goota.

Filannoo fi murtoon keessan abdii irratti kan hundaa'e haa ta'u!

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Galma hin qabdu taanan karaan hunduu si oofa.

Wanti guddaan eessa akka dhufte osoo hin taane,eessa akka deemtudha.

* Brain Traicy *

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati! | Goal Achievement

❤️ "Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

❤️ "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."

 ❤️ Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.

❤️ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taatee duuta.

❤️ Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna!" Siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.

❤️ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!

❤️ Kufaatiin tokko gaafa si qunnamu, deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Gatii Nama Hin Dhabsiisin!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🚫 Shiggirreen yookaan haadduun akka malee qaradha, garuu muka muruu hin dandeessu.
🚫 Qottoon akka malee jabaadha garuu
rifeensa muruu hin danda'u. Namnis akkaataa yeroo fi kaayyoo isaatiin barbaachisaadha.
🚫 Gatii namaa waan hin beekneef gatii nama hin dhabsiisin!

✅ Nama jaalattuuf share godhi!

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ILAALI WAAN GUDDAA IRRAA BARATTAA
👉 Hiriyyoota keetiif share Godhi!

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


"Vision = Picture + Plan + Process!"

The 3P Important for your Vision Development
1. Mul'ata kee adda baasi! (Picture)
2. Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan)
3. Irratti Hojjadhu! (Process)

— [Luba Dr. Gemechis Desta]

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
#Selfdevelopment
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Self-awareness: Start by understanding yourself, your strengths, weaknesses, values, and beliefs. Self-awareness is the foundation of knowing yourself.

2. Set Clear Goals: Define specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals for different areas of your life.

3. Continuous Learning: Make learning a lifelong habit.

4. Embrace Change: Be open to change and adaptability.

5. Time Management: Effective time management is crucial.

6. Positive Thinking: Cultivate a positive mindset.

8. Resilience: Understand that setbacks and failures are part of the personal growth journey.

9. Health and Well-being: Take care of your physical and mental health through regular exercise

10. Relationships: Nurture positive, meaningful relationships with others.

12. Reflection: Regularly reflect on your progress and adjust your strategies as needed.

13. Persistence: Long-term journey.

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
❍ Qabeenyi addunyaa kanaa inni guddaan #Sammuu/Mind dha.

Eenyuu keenyatu akka ta'utti itti fayyadamaa jira laata...?

Join Us 👇
Goaltv | Inspire | Reads24


Namoonni channel telegram keessan 1K+ ol ta'e promotion tolaa (free promotion) hojjechiifachuu barbaaddan link armaan gadii kanaan nu qunnamaa!

Free Promotion: @todo_24

Показано 20 последних публикаций.