Love Messages


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Экономика


🌹Ergaa garaa nama nyaatu
🌹Gorsa Jaalalleef
💓Faarfannaa Jaalalaa
💓 Seenaa Jaalalaa
Quunnamuu: @gech3066

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций


Dubartiin uumama baayyisuuf uumamte dha.

✍️ Dubartiitti yoo jecha kennite isheen hima taasistee siif deebisti. Yeroo hima itti kennitu immoo keeyyata taasistee siif deebisti. Yeroo keeyyata itti kennite immoo kitaaba taasistee siif deebisti. Yeroo dubartiidhaaf sanyii tokko kennite isheen immoo sanyii sana baayyistee daa'ima taasistee siif kenniti. Yeroo mana ijaartee itti kennite isheen bareechitee jireenyaaf akka simatu taasisti. Yeroo midhaan dheedhii itti kennitu nyaata bilchata taasistee siif deebisti. Akkasuma faallaa kanaas baayyisuuf uumama addaa dha. 'Dubartiin akka 'incubator' dha.'
Dr Myles Munroe

:¨·.·¨: 💖 
 `·.  Love Message ✉️


Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!


🖤 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


Maaltu Na Galche?
•••
Maatii tokkotu turan jedhan. Hantuunni gurmuun itti yaatee rakkiste. Dhuma irra kiyyoo hantuutaa bituuf mari'atan. Ni bitanis. Yeroo kana hantuunni lukkuu bira deemtee, "Yaa lukkuu waan ta'e kana dhageessee?" jette. "Maal inni?" jedhee gaafate lukkuun. "Sila badne! Mana kanatti kiyyoon hantuutaa bitameera! Nuuf dhumate!" jette. Lukkuunis bitaa itti gallaan, "Kun maal isaatu na ilaallataree? Ani bar hantuuta miti. Kiyyoon bitame kan hantuutaati. Ana maaltu na galche?" jedhe miira aariin. "Haa ta'ukaa!" jette hantuunni. Sana booda gara hoolaa deemtee waanuma lukkuudhaan jette ittiin jette. Hoolaanis deebiima lukkuu kenneef. "Ana maaltu na galcheree? Maaltu na ilaallata? Kiyyoo hantuutaaf qophaa'eef maaliifan dhiphadha. Ofii keef boo'i malee ana maaltu na galcha?" ittiin jedhe. Hantuunni itti fuftee booyyee bira immoo deemte. "Kiyyoon hantuutaa mana kanatti akka bitame dhageessee? Bar sila badnee!" ittiin jette. Booyyeen ittumaayyuu itti kolfe. "Maaltu na galcheree? Ani hantuutaa? Kiyyoon hantuutaa maal na godha?" ittiin jedhe. Dhuma irratti hantuunni sangaa bira deemtee kiyyoon hantuutaa akka bitame itti himte. "Nuuf dhumatee bar!" ittiin jette. Sangaanis, "Ana maaltu na galcheree? Kiyyoon kan hantuutaati. Animmoo hantuuta miti. Ofiif boo'i" ittiin jedhe.
Haala kanaan otoo jiranii kiyyoon sun sagalee dhageessise. Ni iyye. Waa qabuu isaati. Haati manaa hantuutatu qabame jettee fiigdee yoo deemtu kan qabame bofa ture. Bofti lubbuuf wixxisu sun otoo isheen hin argiin koomee ishee hidde. Achumaan dhukkubsatte. Haadha manaa isaa dhukkubsatte waldhaanuuf maallaqa ga'aa kan hin qabne abbaan manaa foon gurguree ittiin ishee waldhaansisuuf booyyee isaa qale. Booyyeen wareegama lubbuu kaffaluuf kan jalqabaa ta'e. Maallaqa argateen haadha manaa waldhaansise. Ogeessi ishee waldhaanes, "Ittoon lukkuu waan ishee gargaaruuf haa fayyadamtu" ittiin jedhe. Achumaan abbaan manaa sun galee lukkuu sana qale. Lukkuun, "Maaltu na galche?" jedhes gaaga'ama sanaaf gatii lubbuu baase. Haati manaa dhukkubni ishee itti hammaachaa dhufe. Maatii fi firoonnis yeroo murtaa'eef ishee dhukkubsachiisan. Namoota haadha manaa isaa dhukkubsachiisan sanaaf abbaan manaa hoolaa qale. Hoolaanis aarsaa lubbuu baase. "Maaltu na galche?" jedhee turus wantichi gatii isa baasise. Dhuma irratti haati manaa ni duute. Sirna awwaalcha ishee irrattis sangaan qalamee namoonni ittiin keessumsiifaman. Gaaga'ama kiyyoo hantuutaa irraa dhufeen kan hin du'iin hafe hantuuta qofa ture. Maal jechuufan jedhe? Gaaga'amni ati obboleessa kee irratti ilaaltee, "Ana maaltu na galcha?" jette sun si hin hankaaku. Ibiddi ati kan koo miti jette sun dursee eenyuun akka gubutu hin beekamu. "Maaltu na galche?" jechuun nu hin baasu. Dhukkubni obboleessa kee dhukkuba keeti. Miidhamni obboleettii kee miidhama keeti. Wal irratti ilaaluun kun hafuu qaba. "Maaltu na galche?"

:¨·.·¨: 💖 
 `·.  Love Message ✉️


😱 Dhiirota Qofaaf - See More

🗣️ Amaloota dubartiin tokko jaalala keen kufuu fi qabamuu ishee ittin adda baafattu fuula irraa dubbisuun haala ittiin hubachuu dandeessu ammuma link kanaan seenuun miira ishii bariif
      👇
   See More
   See More


‼️ Dirmammuuu Fayye
#Kutaaa 2ffaa
   
Mana barumsaa dhaqee yeroon qabxii koo ilaaluu waan ani hin eeginiitu ana mudate. Qabxii 2tu na jalaa irrate, mooraa university na hin galchu. Hamileen koo hedduu cabxe tahuus garuu abbaa jabaafii qaxalee irraa waaniin argameef balaa irra hin buune, abbaan koo qabxiin ana jalaa irratuu akkuma dhagaheen if waliin na fuudhee gara magaalaa waliin deemne. Magaalaa akkuma buuneen iddoo Shaiif buna itti dhugan na geesse achittii waa baayyee naaf dhaame "Ani kaniin lafa kana irra jiruuf si ilma koo Marsimooyiif,  fadhiin koo akka inni jiraatuu barbaadetti isa jiraachisuudha, galmi kee asitti dhaabbatee galama dukkanaahuu miti, kun qabxichi jireenya kee irratti humaa takka illee hin murteessu, atumti murataa ta'i malee siif ammallee karaan galma gahiinsaa hedduutu siif jira. Ilma koo abdii tokko illee hin murin jabaadhu, Irrina Kee mara keessatti anaatu si waliin jira" ja'ee yeroo xumuruu, hurree yaadaatu anarraa ka'e. Guddina kiyyaatu natti dhagahame, abdii dukkanaaheetu naaf ife..maal qaba odoo halkaniif guyyaa isaan waliin oolee...

❤️‍🩹 Magaalaa ani jiraachaa jiru tana keessa koollejjiin Digrii itti baratan hin jirtu dippiloomaa qofa kan barsiisuutu jira, magaalaa koo irraa Km 50 fagaata kan digrii barsiisu, kooollejjiin mootummaa tokko ollaakoo ni jira, tahullee kollejjichummaan sanuu gosa barnootaa ani baratuu hawwu hin qabu. KM 50 fagaadhe akka garaa kootii baratuuf illee carraa hin qabu. Iddoon obboleettiin koo Dr maraaf jiraattu illeen achuma iddoon an itti baratuu fadha Qabu sani tahullee..... Himmmm.... cophxoo irratti fanxoo.

Filannaa koo isa dhumaa Koollejjii ollaa koo jirtu deemeetiin Dippiloomaa barachuuf murteesse. Ragaa barnootaa koo fudheen gara mooraa barnootaa deeme, akkumaan achi dhaqeen warqaa Ragaa koo namticha iddoo galmee jirutti achi hiixadhe. Galmeessuuf fuudhe, qabxii koo yeroo laalu "Qabxii digrii si barsiiftuun dipploomaa maaf baratta" naan ja'e, ani barataa dila achi eejju san irratti gaaffii akkasii na gaafatuun isaa naaf hin taane "Kan si Qabu galmeessuu, Kan na Qabu qabxii as na galchu siif dhiheessuu" ja'eeniitiin mataa maraa fuula koo isarra garas naanneesse. "Ati dhaabbadhu booda akkaan galmee tana xumureen waaniin si dubbisuun qabaa" naan ja'e. Akka inni kana irraa ana dubbisuu barbaade duurseeti tilmaame, tahuus garuu waa'ee kanaa irraa nama tokkoo wajjiin illee odeessuu hin barbaadu. Hiyyeeysa tahu illee hiyyuummaakoo akka namni odeesse arraba ittiin goggooffatu gonkuma fadha koo miti.

"Dhiifama naaf godhaa dhimma biraatiifiin jarjaaraa jiraatii as turee isin eeguu hin dandahuun" ja'een. Tole oobsi hojii kana  nama narraa qabu tokko yameen si dubbisaatii haga namni naaf dhufuu daqiiqaa 5 qofa naaf oobsi nan ja'e. Of keessatti gungumaatiin akkana jedheen.

:¨·.·¨: 💖 
 `·.  Love Message ✉️


▶️ Nama guddaa ta'uu yoo barbaadde
Waa lama nama kamiifuu hin liqeessin,...⏩ Itti fufii dubbisi!

⏩  See More
       See More


➡️ Mata dureen guddaan kuni sababa barbaachiseef,... See More


❔ Yeroo tokko tokko nama tokko yoo dhabdan nama nama sana gahu waan hin arganne isinitti fakkaata, garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, ati wal hin qunnamin jirta ta'a malee.

💔 Nama nama kana caalu hin argadhu jattee utuu miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉

✅ Yeroon waan hunda ni sirreessa!

Love Message ✉️


❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More


☑️ Jaalalaa fi Tasgabbii Kan hin hawwine hin jiru, meeqaa keessantu adeemsa kana adeemuuf riqicha kanneen ta'an qoratee irra gahe laata?...▶️ See More

See More
See More


➡️ Ergaalee Jaalalaa,... See More


❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More


🎲 Namoonni ogummaalee 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha... ➡️ See More

↪️ See More
       See More


🌹"Jaalala dhugaa keessatti mata duree yoomiyyuu dagatamuu hin qabne shanan (5) kana,... As tuqii dubbisi!🖱️

➡️➡️ See More
See More


Dhugaan jiru kana➡️ See More ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️


🔑 Hariiroo jaalalaa fayya qabeessa ta’e qabaachuuf gorsi ijoon kanneen akka: iftoominaa fi amanamummaa qabaachuu, dinqisiifannaa agarsiisuu, dammaqinaan dhaggeeffachuu, yeroo waliif kennuun waliin dabarsuu, gochaalee itti gammaddan waliin raawwachuu, wal deeggaruu, miira keessan yeroo hunda waliif ibsuu, fi wantoonni gammachiisoo ta’an akka uumaman gochuuf yaaduu fa'a. 

🔵 Qabxiilee ijoo yaadatamuu qaban:

1. Ifatti haasaʼi: Wal hubannaan dogoggoraa akka hin uumamneef yaada, miiraa fi fedhii kee ifatti hiriyaa keetiif himi!
2. Dinqisiifannaa argisiisi: Wantoota hiriyaan kee siif godhuuf beekamtii kenni, galateeffadhu!
3. Yeroo kenniif: Yeroo xiyyeeffannaa qabu hiriyaa kee wajjin dabarsuudhaaf ofkenni, sochiiwwan lamaan keessan itti gammaddan irratti hirmaadhaa!
4. Deeggarsa godhi: Yeroo rakkisaa hiriyaa keetiif achitti argamuun milkaa’ina isaanii kabaji!
5. Jaalala argisiisa: Jaalala kee argisiisuuf qaamaan tuquu, jechoota gaarummaa fi sochiiwwan yaadaa yaaduutti gargaarami!
6. Daangaa kabajuu: Fedhii hiriyaa fi daangaa dhuunfaa hubachuu fi kabajuu.
7. Afaanota jaalalaa sammuutti qabadhu: Hiriyaan kee akkamitti jaalala akka gaariitti akka argatu/ttu baradhu! (gocha tajaajilaa, jechoota mirkaneessaa, yeroo mijataa) akkasumas ibsa kee haala kanaan mijeessi!
8. Waliin kolfaa: Bashannanaa fi kolfa waliif qooduun walitti dhufeenya keessan cimsa.
9. Hiriyaa gaaʼelaa kee ajaaʼibsiisi: Jaalalli akka jiraatu gochuuf wantoota xixiqqoo yaadaan guutaman karoorfadhu!
10. Jaalala kee dhuunfachiisi: Ibsi jaalalaa kee fedhii fi filannoo addaa hiriyaa gaaʼelaa keetii wajjin walsimsiisi!

Love Message ✉️


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
@Danbalijaalalaa 💔
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
@Danbalijaalalaa 💔
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
@Danbalijaalalaa 💔
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


❌ Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii hin taane afur irraa fagaachuu qabnu,...➡️ See More

👉 See More
See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
Love Message ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera

Показано 20 последних публикаций.