Репост из: Think Positive💡
Of irratti xiyyeeffadhu.
yeroo of irratti xiyyeeffachuu eegalte wantoonni gaaffii sitti ta'an hunduu deebii siif argachuu eegala. jijjiirrama keetif gargaarsa namaa eeggachuus nii dhaabda!
ilaa nama koo:
jireenya kee kan jijjiiru gargaarsa harka namaa osoo hin taane ykn haalonni yeroo jijjirramanii miti!
jireenyi kee kan jijjiirramu of irratti xiyyeeffachuun kennaa uuman kee siif kennuuni. kanaafi yeroo ati of irratti xiyyeeffachuu eegalte kan namoonni si kabajan, hojiis ta'ee carraawwan garaa garaa akkasumas hariiron waantota si milkeessan itti bartudha.
kanaafuu of irratti xiyyeeffadhu! sana booda jijjiirrama ammaa argita.
🎄🎄🎄🎄🎄