Репост из: Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage
JAALALA 🌹
🌹 Jaalalli danda'aadha; humna qabeeyyii jilbeenfachiisa.
🌹 Jaalalli humna qabeessa; oftuultota garraamii taasisa.
🌹 Jaalalli ogeessadha; ija jibbaan kan dhokfame ibsa.
🌹 Jaalalli obsaadha; ariifataa tasgabbeessa.
🌹 Jaalalli obsaadha; kan miidhame jajjabeessa.
🌹 Jaalalli ogeessadha; kan arrabse fayyisa.
🌹 Jaalalli gorsaadha; gara jabeeyyii ifata.
🌹 Jaalalli gara laafessa; kan gane deebisee jaalata.
🌹 Jaalalli fayyummaadha; sammuuf nagaa laata.
🌹 Jaalalli garraamidha; warra miidhan deebisee hin miidhu.
🌹 Jaalalli gugeedha; haaloo hin qabatu.
🌹 Jaalalli gaaridha; hin inaafu.
🌹 Jaalalli tasgabbaa'adha; dafee hin dheekkamu.
🌹 Jaalalli gara bal'eessa; irra daddarbaa hin lakkaa'u.