Репост из: Oshoo Official
Dhiirri tokko kophaa ta'ee haalota xiinxaluun baay'ee Isa gammachiisa. Yeroo kanatti jaalalleensaa yookaan haati warraa isaa ni jeeqamti. Waan inni isheef yeroo kennuu dide itti fakkaachuu mala. Kun immoo kan agarsiisu akka isheen jaalala isaa hin kabajnee fi walabummaasaa hin feeneedha.
Haa ta'u malee,dubartiin hubattuu taate kophummaa isaa kana ni kabajjiif. Kophummaa isaa ni kunuunsitiif. Akkamitti akka kophummaa isaa keessatti isaaf yaaduufi isa jaalachuu dandeessu daandii soqxi. Yeroo kana jaalalli hiika sirrii argata."
#Ooshoo