Репост из: OF-IJAARUU
Homaa Waanti Fedhe wal-qabachuu Dide,akkan yaadees Naaf ta'uu didee, ittuu Wal+gagadhiisuu Danda'a an Garuu Nama Abdii Kutachuu Danda'u Miti! Jireenya Akkasii hin Qabu,Abdii Cituu Danda'us hin Qabu! Sababiinsa Lafarrattis Waaqarrattis Abdachuuf Kanan Qabu Waaqayyoodha!
Har'a irratti Maaliif akkas ta'e Jechuu Qofa osoo Hin Taane Situ akkas Akka ta'u Godhe Jechuu Bira Gaheera!
Waan Hundumaa Gararraatti ammoo An kanan Beeka inni Abdiii Nuuf laate Amanadha! inni hin sobu,Dogoggore waan Waayee Koof Dubbatu hin Qabu,garaggaluun ykn Gegeddaramuun Isa bira hin jiru. Inni Jireenya Koof Waan Anaaf utuu ta'e hawwu Qaba osoo hin Taane Waan Gochuuf Karoorfate Of+harkaa Qaba!
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu!
Halkan Nagaa isiniif haa Ta'u ♥️