Bultiin Mana Guddaa, Qe'ee Bal'aa Miti.
📌 Isaan bultiin isaanii nagaa guddaa, jaalala balina dacheen hin daangofne, kabaja walii mana isaanii keessa qaban isaan maatii Ogeessota dha. Maatii ogeessotni qe'ee xinnoo, mana bicuu keessaatti nagaan isaanii guddaa dha. 🌹