๐๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ง๐ข๐ฏ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐'๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐๐๐ฌ๐! ๐
โญ๏ธ ๐๐๐๐ ( ๐๐๐๐๐๐๐ ); bakka nyaataa mooraa yuunivarsiitiiย barattoonni hedduun itti fayyadaman
โญ๏ธ ๐๐จ๐ฎ๐ง๐ ๐ - kaffee kaffaltii barbaachisu barattoota irratti xiyyeeffate kan mooraa keessatti argamudha; Nyaataa fi dhugaatiiwwan (lallaafaa, waan hoโaa fi wantoota kaan) qulqullina gaarii kan qabaniifi baayโee gatii madaalawaa kan tahedha.
โญ๏ธ ๐๐ก๐ข๐ค๐๐ฅ๐๐; qo'annaa
โญ๏ธ ๐๐๐ง๐ฌ๐ข๐จ๐ง;ย dhiphina, rifaatuu, Jeeqamuu.
โญ๏ธ ๐๐จ๐ง-๐๐๐๐; Barattoota kaaffee mooraa hin fayyadamne
โญ๏ธ ๐๐ฉ๐๐๐;ย Kutaa duwwaa yeroo baay'ee daree barnootaa dubbisuuf itti fayyadamnu ๐ฌ๐ฉ๐๐๐ (iddoo) jedhama
โญ๏ธ ๐๐ก๐๐ซ๐๐๐จ๐ซ๐; Nyaata Fooni kaaffee (foon yeroo jedhu sinitti hin fakkaatin! Akkuma maqaa isaati, foon xiqqoon kan keessa bubu'e wayiiti.!)
โญ๏ธ ๐๐จ๐ฌ๐ญ;ย kaffaltii ji'a ji'aan barattoota kaffee hin fayyadamneef kennamu.
โญ๏ธ ๐๐๐ ๐๐ง๐ ๐๐ซ๐จ๐ฉ; - Adeemsa barnootaa keessatti wantoota mudachuu danda'anidha; koorsii tahe sin jalaa hambisee adeemsi dabaluu fi hir'isuu ( gad dhiisuu ) dirqama taha.
โญ๏ธ ๐๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐๐ฌ๐๐๐๐ ( แตแต แแตแซ);- Bakka ykn teessoo nama karaa irra darbu arguuf mijatu.
โญ๏ธ ๐๐๐๐ฉ๐ฉ๐๐ - Hojjettoota nageenyaa ( poolisii )
โญ๏ธ ๐๐ ;- Barattoota Eebbifamtootaa.
โญ๏ธ ๐ ๐ซ๐๐ฌ๐ก๐;- Barattoota haaraa galan (Yeroo mooraa seentan warri Fresh, fi waan adda addaa jedhanii isin rakkisan yeroo baay'ee warra waggaa lammaffaati. hunduu warra waggaa lammaffaa osoo hin taane, Warra fireeshummaa hin fixanne ykn warra akka malee foggoramanidha.
โญ๏ธ ๐๐๐ซ๐๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ฌ๐ญ;-Warreen Caatii ( jimaa ) qama'an jechuudha.
โญ๏ธ ๐๐ฏ๐๐ซ;- mana dhugaatii dhaquu machaa'ani deebi'uu.
โญ๏ธ ๐๐ก๐๐๐ญ๐๐;- Ol deebisuu
โญ๏ธ ๐๐ข๐๐๐ข ( ๐๐ฅ๐๐ฉ );-ย Urgaa ajaa'ibaa jireenya dormii akka hin dagatamne taasisan keessaa isa tokkodha. Keessattuu dhiirota biratti aarri Kaalsii baratamaadha.
โญ๏ธ ๐๐๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐;-ย Kaardii nyaataa kaffee mooraa keessaa akka nyaattan Yuunivarsiitichi siif kennu.
"... Maqaan dhokataan biroo nuti hin beekne yoo jiraate yaada kennaa."
http://t.me/OromiaStudent_s