Leenjiin Intarpiriinarshiippii Marsaan 3ffaa Kenname
==========================
Baankiin Siinqee Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti, Aanaa Daalattii, Aanaa Galaan Guddaa fi Lakkullee Geejjaatti mata duree “Intarpiriinarshiippii Dargaggummaa Fooyya'insa Dinagdee Dhuunfaaf" jedhu irratti guyyaa har’aa Amajjii 24 bara 2017 leenjii kenneera. Leenjichi hojjettoota waajjira carraa hojii uumuu fi ogummaa, dargaggootaa fi jiraattota aanolee hundarraa argamaniif kan kenname yoo ta’u, leenjichis hirmaattonni hubannoo carraa hojii uummachuu fi ogummaa madda galii isaanii cimsachuuf isaan dandeessisu ta’uunsaa beekameera.
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER