Haadha Manaa Ogeettii dan repost
Shamarree akkasii ta'ii jiraadhu!
Dubbisi si fayyadaa!
1. Shamarree Eenyummaa jireenya ishee kan eeggattee fi nama biroof kabaja qabaadhu jiraadhu.
2. Haasaa fi tapha shamarree irraa fokkisuu dhiis. Hiriiyoota kee qofa Gammachiisaa jiraachuu malta. Garuu Karaa gam tokko namoota si caalaniin tuffatamaa jiraachuu malta. Kanaaf waan gochaa jirtu kamuu eeggannoon Dhaabadhu ilaali. Kan si gorsu barbaaduuf gurra kee ballisi
3. Dargageessa Bilbila kee si gaafatu maraaf hin kennin.hojii kan hinqabne oduu Odessuun Hojii oduu waan siif dabaluuf, Nama oduu osoo hintaanee nama hojii akka taatee mullisuuf Bilbila keef eeggannoo godhi.
4. Suura Qullaakee mullisu kaatee miidiyaa kanarra hin bittinsin. Waan sitti bareedaa fakkaatu warra kaanitti bifa badaa qaba tahuu mala. Bareedina Qaamakee rifeensa jalqabee hanga qeensa miilla keetti jiran sanaaf eeggannoo godhi.
5. Amantii keetti jabaadhu. Inni kun immoo Uumaa kee biratti illee kabaja guddaa siif laata.
6. Yoom illee shammarree barbaadamtu tahi. Gatiinkee guddaa akka tahi beeki.Dhiira kamiifuu jettee Eenyummaa kee isa gatii guddaa qabu sana gad hinbuusin. Jaalallee kee iyyuu maaf hin tahin dhiirri kamuu Eenyummaa kee akka gad buusuu goonkumaa hin hiyyamaniif. Dhiirri kamuu Eenyummaa kee gad buusee jennaan cimsi nama akkasii irraa fagaadhu
7. Eenyuufuu jettee Balaa keessa hinseenin. Waan hindandeenye hin dandahu jedhi malee ariifattee waa keessa hinseenin.Shamarree baay'een akkasiin kufanii waan hafaniif waan dandeessuu qofa tole jedhi. Kanaan ala waan hin dandeenyetti dugda gati.
Gorsa kana hin tuffattin sammuutti qabaadhu.Yeroo shammarree akkasii taatee argamteef Waaqaa fi maatii kee gammachiista. Jabaadhu. Bakka yaadde ni geessa. Abdii hin murin. Sinjaalladhaa!
Ergaa kun sitti tole taanan dhalootaan naaf gahi!
@Haadha_manaa_ogeettii