Haadha Manaa Ogeettii dan repost
Namni yeroo umuriin isaa gaafatame maaliif ofitti amanamummaa guutudhaan nama gaafatu sanatti hin himuu? Namni kamiyyuu umurii isaa yeroo yaadatu ni rifata. Nama biraatti mitii ofiin isaatti lakkoofsa bara umurii isaa himuuf hin jabaatu. Keessattuu dubartootni jabeessanii sodaachuu fi dhoksuu filatu. Dubartootni umurii isaanii himachuu maaliif sodaatuu?
@haadha_manaa_ogeettii
@haadha_manaa_ogeettii