Forward from: Dubartii Ogeettii
Namni gara keessa isaa yeroo dhaggeeffatu sagalee dhaga'a. Gara alaa yeroo dhaggeeffatu waca dhaga'a. Jireenya tasgabbii qabu qabaachuuf/jiraachuuf keessa keenya dhageeffachuun barbaachisaa dha. Sagaleen waca irraa bilisa dha. Sagaleen dhiibbaa, hameenya irraa bilisa dha.
Waci keessa keenya yeroo buufatu tsagabbii maleessummaatu nutti dhagahama.
Sagaleen keessa keenyaa dhageenyu obsa, qajeelummaan, nageenya, jaalala, araara akka qabaannu nu taasisa.
Dubartii Ogeettii🌹
Waci keessa keenya yeroo buufatu tsagabbii maleessummaatu nutti dhagahama.
Sagaleen keessa keenyaa dhageenyu obsa, qajeelummaan, nageenya, jaalala, araara akka qabaannu nu taasisa.
Dubartii Ogeettii🌹