#Kutaa 2ffaa............ 📚
✅ Jalqaba yeroo dhaabbannii kun hundeeffamuu teessoon isaa albaakark, New Mexico yommuu ta’u garuu bara 1979 irraa eegalee gara magaala beeliviwuu, Washington jijjirameera.Ebla 1986 geetsii kaampanii maayikiroosooftii parsantii 55 uummataaf ykn aksiyoonii dhiyeessuun sheerii tookkoon tokkoon doolaara 21’n gurgureera. Getis kaampaaniicha keessaa parsantii 45 ykn doolara miliyoona 234 kan ofii godhate.
✅ Haaluma kanaan waggaa 31 miiliyoonara ta’uu danda’eera.Biil geetis jalqaba kaampanicha irraa ka’uun hanga bara 2006 kaampanicha keessattii hoogganaa ta’uun tajaajileera.Qarshii doolara biiliyoona 114.7 yeroo amma ni qaba. Waggoottan hedduuf abbaa qabeenya tokkooffaa ta’us yeroo dhihoottii ‘Jeff Bezos’ injifatamu danda’eera.
✅ Sababni isaas qarshii isaa baayyee hojii tola ooltummaaf waan oolcheef.Yeroo waggaa 32 turettii mucayyoo wagga 23 kaampanii isa keessa hojjettuu meelinda fireenchi waliin wal baran. Sana booda turtii yeroo jaalala dheeraan booda ammajjii 1, 1994 edola haawaay irraattiii cidha taasisaniiruu. Garuu wanti nama gaddisiisuu ji’oota muraasa booda haatii biil geetis sababa kaansarii harmaan lubbuun ishee darbuu danda’eera.
✅ Sana booda biil geetis ijoollee sadii jeeniffer, roorii fi foobii haadha manaa isaarra argachuu danda’era.Biilgeet qabeenya hedduu qabu kanarrattii du’uu waan hin barbaadneef haadha manaa isaa faanaa bara 1994 wiiliyaam H.geetis faawundeeshiinii akkasumas boodarrattii kan gara meelindaa fi geetis jedhuu jiijjiiramee hundeessaniiruu.
✅ Sana booda qarshii biiliyoonaan laakka’amuu hojii tola ooltummaaf oolchuu danda’aniiruu. Abbaan qabeenya beekkamaan inni biraa waaren buuffeet qarshii doolara biiliyoona 17 dhaabbata kanaaf kennuu danda’eera.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔