Kana beektu?🤔❓
Urgooftuu qaaliin addunyaa kana Impeeriyal Maajistiy jedhama.
Qaruuraa urgooftuu kana diyaamandii kaaraatii 24 irraa hojjatama.
Gatiin qaruuraa tokko doolara $215,000 ykn qarshii Itiyoopiya 8,730,382.45 bitama.
⚡Join
@Dambalii_beekumsaa🔔