Ayyaana waaqayyo!
Nuyi irra daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra kristosii wajjin jiraatan nu godhate, isin ayyaana waaqayyootiin fayyifamtan.
(Efe 2:5)
✍ Ayyaanni maali?
Ayyaanni hojii guddaa waaqayyoo jaalala haal-duree hin qabnee fi daangaa hin qabne nama gargaarsa hin qabne, kan hin mallee fi cubbamaadhaaf qabuun bilisaan raawwatedha.
Ayyaanni waaqayyoo, waaqayyoo namaaf hojjechuu qofa.
Kun seeraa wajjin kan wal faallaa ta'e akkamitti?
#Seerri,waaqayyo namni akka isaaf hojjetu kan gaafatu yoo ta'u, ayyaanni garuu waaqayyo namaaf hojjechuu dha.
Seerri maali?
Seerri gaaffii waaqayyo namni waa akka isaaf godhu gaafachuu dha.
Hojjiin maali?
Hojjiin carraaqii namni waaqayyoof waa hojjechuuf godhudha. Ayyaanni, waaqayyo waan tokko barbaadus, waaqayyo hojii namaa fudhachuu miti. Ayyaanni garuu waaqayyo hojii mataa isaa hojjechuudha.
Waaqayyo namaafi nama bakka bu'ee waan tokko hojjechuuf yeroo ba'u, sun ayyaana!
@Ergaa_Jireenya
@Yesuus_in_dhufaa