β¦ Milkooftee jirta taanaan namoonni ofii isaaniitiin gara kee dhufu; amma milkooftutti garuu namoota gara isaanii deemteen iyyuu hin simatamtu. Kanaaf amma sanaaf geessutti jabaadhu!β
ππ½
π @Gorsaa_Ganamaa
π @Gorsaa_Ganamaa