"Firaakshinii Jireenyaa"
.......Utuu jennuu, gosa barnootaa herreegaa keessatti hanga ammaa gatiin "X" barbaadamaa jira. Yoo hanga ammaa barbaadamaa jira ta'e, atis hanga gatiin "X" barbaadamuun dhaabbatutti, imala gara milkaa'inaa gootu hin dhiisiin.
🔗 @Gorsaa_Ganamaa