DAILY RHEMA🗣️
Far. 84
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² Lubbuun koo oobdii mana Waaqayyoo yaaddee in gaggabdi! Lubbuun koo fi foon koo Waaqayyo isa jiraataatti gammadanii in ililchu.
…
¹⁰ Iddoo biraa guyyaa kuma tokko ooluu irra, oobdii kee keessa guyyaa tokko ooluu wayya; godoota jal'inaa keessa taa'uu koo irra, balbala mana Waaqayyo koo dura ijaajjuu nan fo'adha.
💥 Yaaddaniittuu obbolootako guyyaa kuma tokkoofi guyyaa tokko gaafa walmadaalchisu Daawwit guyyaa tokko isa Argamuusaa keessa oolutu caaleem.
💥Hafuura qulqulluu Isa nu keessa jiruufi jiraatu waliin Yesus keessa dhookannee Waaqayyoo Abbaa keessa yeroo hunda ooluun nuuf haa ta'u .
✨✨AYYAANOMTANIITTU🙌
🥰 OOLMAA GAARII 🥰
🔔GWP-Media
|| Sagalichi Jireenyadha!
🎖JOIN || SHARE || COMMENT