Hijra Bank


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Economics


Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Bot: @hijraabot

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Economics
Statistics
Posts filter


ለማንኛውም የክፍያ እና የባንክ ፍላጎትዎ በሞባይል መተግበሪያ እና USSD *693# አማራጮች የቀረበውን ሃላልፔይ እየተጠቀሙ  የእረፍት ጊዜውን በደስታና ምቾት ያሳልፉ።

መልካም እረፍት እንመኛለን!

Fedhii kafaltii keessan kamiyyuu karaa Applikeeshinii fi USSD *693# tin kan isiniif dhihaate HalaalPeeytti fayyadamuun Yeroo Boqonnaa keessanitti Bashannanaa Dhimma barbaaddan kamuu bahadhaa!


Boqonnaa gaarii isiniif hawwina!



Android፦

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.hijb.halalpay&pcampaignid=web_share

IOS ፦ https://apps.apple.com/gb/app/hijra-halalpay/id6468989391?platform=iphone

#Hijrabank #halalpay #digitalbanking #weekend #interestfreebanking


በነብያችን ላይ ሰለዋት ማውረድ የምታበዙበት ውብ ጁምዓ ይሁንልዎ!

Jum'aa midhagaa salawaata nabiyyii keenya irratti hedduminaan itti buufatan isiniif haa ta'u.

اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ

#Hijrabank #Interest_free_Banking #Jummah #jummablessings #Jummablessing


እንዳሻዎት ማንኛውንም የባንክ ፍላጎትዎን ማለትም ገንዘብ መላክ፣ የአገልግሎት ክፍያ መፈፀም፣ እንዲሁም የተለያዩ ግብይቶችን በፈጣን እና በአስተማማኝ ሁኔታ  ለመፈጸም የሚያስችልዎትን በሃገራችን የመጀመሪያው በሸሪዓ መርህ ላይ የተመሰረተ ፍይናንሲንግና የዋሌት አግልግሎት የሚሰጠውን ሃላልፔይ ምርጫዎ ያድርጉ!!

Akka fedha keessanitti tajaajila Baankii kamiyyuu kan akka daddabarsa maallaqaa, kaffaltii tajaajilaaa, akkasumas bittaa garagaraatif  kan akka biyyaatti yeroo jalqabaatif seera Shari'aa irratti hundaa'uun tajaajila waaleetii dijitaalaa fi Faaynaansiingii kan isiniif dhiheesse HalaalPeey fayyadamaa.

Download the app now!!⬇️

Android፦ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.hijb.halalpay&pcampaignid=web_share

IOS ፦ https://apps.apple.com/gb/app/hijra-halalpay/id6468989391?platform=iphone

#HijraBank #halalpay #digitalbanking #ifb #interstfreebanking


የሀዘን መግለጫ
إِنَّا لِلَّهِ وَإِنَّا إِلَيْهِ رَاجِعُونَ,
ሂጅራ ባንክ የካቲት 04/2017 ዓ.ም በምስራቅ ወለጋ ዞን ጉደያ ቢላ ወረዳ በደረሰው የትራፊክ አደጋ ምክንያት ህይወታቸውን ላጡ ወገኖቻችን የተሰማውን ሃዘን እየገለፀ፣ ለቤተሰቦቻቸው እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸው መፅናናትን ይመኛል።

IBSA GADDAA
إِنَّا لِلَّهِ وَإِنَّا إِلَيْهِ رَاجِعُونَ,
Baankin Hijraa Guraandhala 4/2017 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti sababa balaa tiraafikaatin lammiileen keenya lubbuun isaanii darbuu isaattii gadda itti dhagahame ibsaa, maatii fi firoottan isaaniif jajjabina hawwa.

#HijraBank #ifb #interstfreebanking


ለሐጅ ጉዞዎ ሂጅራ ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ!

የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዩች ባዘጋጃቸው የሐጅ ምዝገባ ጣብያዎች ምዝገባዎን እንዳጠናቀቁ የምዝገባ ማረጋገጫ ማስረጃዎን በመያዝ ወደ ሃላሉ ባንካችሁ ይምጡ፡፡

ተቀባይነት ያለው ሐጅ ይሁንልዎ!

Imala Hajjii keessaniif filannoon keessan Baankii Hijraa haa ta'u!

Buufataalee galmee Hajjii qophaa'an irratti erga galmooftanii booda kaffaltii Hajjiitiif Baankii Halaalaa keessanitti koottaa

Hajjii fudhatama qabu isiniif haa ta'u!

#Hijrabank #ifb #haji


የሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር የመጀመሪያ የማጣሪያ ዙር በተሳካ ሁኔታ ተጠናቀቀ::

አዳዲስ እና ችግር ፈቺ የስራ ፈጠራ ሃሳብ ባለቤቶችን ለማብቃት ያለመው ሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር በመጀመሪያ ዙር ውድድር 20 ተወዳዳሪዎችን ያስተናገደ ሲሆን ተወዳዳሪዎች በተሳካ ሁኔታ የመወዳደሪያ ንድፍ ሃሳባቸውን በዳኞች ፊት በተሳካ ሁኔታ አቅርበዋል::

የውድድሩን አጠቃላይ ውጤት እንዲሁም የማጣሪያውን ዙር በማለፍ ወደ ግማሽ ፍፃሜው የሚሸጋገሩ 10 ተወዳዳሪዎችን በባንኩ የማህበራዊ ገፆች በቅርቡ ይፋ የምናደርግ ይሆናል::

Marsaan calallii jalqabaa badhaasa Siraaraa Awwaard haala milkaa'een xumuramee jira.

Hojiilee kalaqa addaa haaraa fi rakkoo hiikuu danda’an humneessuf kan dhihaate badhaasni Siraaraa Awwaard marsaa jalqabaa irratti wal-dorgomtoota 20 kan keessumeesse yommuu ta'u. Waldorgomtootni yaada kalaqa hojii isaanii abbooti murtii biratti haala milkaa'een dhiheessaniiru


Bu'aa walii galaa fi wal-dorgomtoota marsaa calallii darbuudhaan gara marsaa itti aanutti dabran 10 marsaalee miidiyaalee hawaasaa Baankiichaa irratti kan ibsamu ta'uu beeksifna.

#hijrabank #siraraaward #kickoff #community_empowerment #entrepreneurship #innovation


በሂጅራ ባንክ አዘጋጀነት የቀረበው እና በጉጉት የሚጠበቀው ሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር የመጀመሪያው ምዕራፍ በይፋ ተጀመረ::

ሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ከተለያዩ የሀገሪቱ ክፍሎች የተወጣጡ 20 ተወዳዳሪዎች ሃሳባቸውን በዳኞች ፊት በማቅረብ የሚወዳደሩበትን የመጀመሪያውን ምዕራፍ የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች እና ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች በተገኙበት በይፋ ጀምሯል::

በመክፈቻ ስነስርዓቱ ላይ የሂጅራ ባንክ ፕሬዝዳንት አቶ ዳዊት ቀኖ እንደተናገሩት: ሲራራ አዋርድ አዳዲስ እና ችግር ፈቺ የሆኑ የስራ ሃሳቦችን በማብቃት ምርታማነትን ለማሳደግ ያለመ የስራ ፈጠራ ውድድር መሆኑን ጠቅሰው: ይህ ውድድር ቀጣይነት የሚኖረው መሆኑን እና ባንኩ የማህበረሰብ ተኮር ስራዎቹን አጠናክሮ የሚቀጥል መሆኑን አብራርተዋል::

በሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር የመጀመሪያ ዙር ላይ 20 እጩ ተወዳዳሪዎች የሚሳተፉ ሲሆን ወደ ቀጣዩ እና ግማሽ ፍፃሜ ዙር የሚሸጋገሩ 10 ተወዳዳሪዎች የሚለዩ ይሆናል::

የሲራራ አዋርድ ሙሉ ዝግጅት በቅርብ ቀን በሚንበር ቲቪ እና ሃሚልተን ቲቪ የሚተላለፍ ይሆናል::


Badhaasni Siraaraa Awwaard marsaa jalqabaa kan waldorgomtootni 20 kutaa biyyattii gara garaa irraa walitti qabaman yaada isaanii abbooti murtii biratti dhiheessan  bakka hoggantoonni ol'aanoo baankichaa fi keessummoonnu affeeraman argamanitti jalqabee jira.

Sirni jalqabsiisa sagantichaa irratti haasaa kan taasisan Prezidaantiin Baankii Hijraa Obbo Daawit Qannoo akka jedhanitti, Badhaasni Siraaraa abbootii kalaqa hojii addaa fi rakkoo hiikuu danda’an qaban humneessun oomishtummaa guddisuu kan kaayyeffate ta'uu isaa eeranii, wal-dorgommiim kun itti fufiinsa kan qabu fi Baankicha hojiilee hawaasa humneessuu irratti hojjachaa jiru ciminaan kan itti fufu ta'uu isaa ibsaniiru.

Marsaa jalqabaa Badhaasa Siraaraa irratti wal-dorgomtoonni 20 kan hirmaatan yommuu ta'u, calallii marsaa jalqabaa dabruudhaan gara marsaa itti aanutti waldorgmtoota dabran 10 kan adda itti bahaniidha.

Sagantaan guutuun Badhaasa Siraaraa yeroo dhihootti Miidiyaalee Minbar TV fi Haamiltan TV irratti kan tamsa'u ta'a.

#hijrabank #siraraaward #kickoff #community_empowerment #entrepreneurship #innovation


📖 إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَاةِ مِن يَوْمِ الْجُمُعَةِ فَاسْعَوْا إِلى ذِكْرِ اللَّهِ (الجمعة 9)


ይህ ጁምዓ ለእርስዎ እና ለምትወዷቸው ሰዎች ሰላም እና በረካ የምታገጁበት ይሁንልዎ!!

Jum'aan kun isiniif maatii keessan kan nagaa fi barakaa itti argattan isiniif haa ta'u.

#JumuahBLESSING #HijraBank #Blessings #ifb


የሃላል ነግድዎን በሃላልፔይ!

በሃገራችን ፈር ቀዳጅ በመሆን በሸሪዓ መርህ ላይ የተመሰረተ ፋይናንሲንግ እና ዲጂታል ዋሌት አገልግሎቶቹን የሚሰጠዎን ሃላልፔይ መተግበሪያ ለማንኛውም ግብይትዎ እና የገንዘብ ዝውውር ፍላጎትዎ ዛሬዎኑ ያውርዱ!

Daldala Halaalaa keessan, HalaalPeeyidhaan!

Daldala fi fedhii daddabarsa maallaqaa keessan kamiyyuuf yeroo jalqabaatif ulaagaa shari'aa irratti hundaa'udhaan kan dhihaate Applikeeshiniin HalaalPeey filannoo keessan haa ta'u.

#HijraBank #halalpay #ifb #digitalbanking


በፅኑ መሰረት ላይ የተመሰረተ ለትውልድ የሚሻገር ተቋም ዛሬውኑ ይገንቡ!!

ሂጅራ ባንክ አክሲዮኖችን በመሸጥ ላይ የሚገኝ ሲሆን እርስዎም የባንካችንን አክሲዮኖች በቀላሉ በእጅ ስልክዎ የቴሌግራም መተግበሪያን ተጠቅመው በመግዛት ለትውልድ የሚተላለፍ ተቋም ይገንቡ!

Bu'uura Dhaabbata hundeeffama cimaadhaan ijaaramee, dhalootaaf dabru har'uma kaawwadhaa!

Baankin Hijraa aksiyoona baankichaa gurguruu irratti kan argamu yommuu ta'u, isinis bilbila harkaa keessaniti fayyadamuun Applikeeshinii Telegam irratti Bootii gurgurtaa aksiyoonaa baankichaatin aksiyoona bitadhaa!

https://t.me/hijra_share_bot

#Hijrabank #ifb #interstfreebanking #sharesales


የረጅም ርቀት ጉዞ በአንድ እርምጃ ይጀምራል!

በወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ በትንሽ ጅማሮ የላቀ የፋይናንስ እድገት ላይ ለመድረስ ዛሬዉኑ ሂጅራ ባንክን ይቀላቀሉ።


Imalli dheeraan tarkaanfii tokkoon eegala!

Herrega waadi’aatti fayyadamuun Eegaliinsa xiqqaadhaan jiijjjiramiinsa faayinaansii fooyya’aa ta’eef har’uma Baankii Hijraatti makamaa.
Torbee Hojii Gaarii Isiniif Haa ta'u!
#HijraBank #SmartSavings #FinancialGrowth #SaveForTomorrow #BankSmart


ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ጥር 26/2017 ዓ.ም
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Amajjii 26/2017
Exchange Rate Applicable for February 3, 2025.


ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.
#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #remittence


ከሉበት ሆነዉ ሂሳብዎን በሀላል ፔይ ያስተዳድሩ!

መልካም የእረፍት ቀናት ተመኘን

Bakka jirtan irraa herreega keessan HalaalPeeyn too’adhaa.
Guyyoottan boqonnaa gaarii isiniif haa ta’u!

#HalalPay #HalalBusiness #SecurePayments #EthicalFinance #IslamicBanking

13 last posts shown.