ሂጅራ ባንክ እና Impact Makers Foundation (IMF) አብሮ ለመስራት የሚያስችላቸውን የመግባቢያ ሰነድ ተፈራረሙ።
ሂጅራ ባንክ ማህበረሰባችን በሀገር አቀፍ ደረጃ በኢኮኖሚው ላይ ያለው ተሳትፎ በሚፈለገው ደረጃ አጥጋቢ እንዳይሆን ምክንያት ሆኖ ከሚቀርቡ ችግሮች ውስጥ በቂ የሃላል ፋይናንስ ግንዛቤ አለመኖር እንደ ዋነኛ ምክንያት በመረዳት የማህበረሰባችንን የሃላል ፋይናንስ ለማጎልበት ሰፋፊ ስራዎችን በመስራት ላይ ይገኛል። Impact Makers Foundation (IMF) በበኩሉ ማህበረሰብ ተኮር የጥናትና ምርምር ስራዎችን በመስራት የማህበርሰባችንን ችግሮች ለመቅረፍ ግብዓት የሚሆኑ የአቅም ግንባታ ስራዎችን እና እርዳታ ስራዎች ላይ የሚያተኩር ፋውንዴሽን ነው።
ሁለቱ ተቋማት የማህበረሰባችንን ተጠቃሚነት ለማጎልበት የሚያስችሏቸውስራዎች ላይ በትብብር ለመስራት በዛሬው እለት በImpact Makers Foundation (IMF ዋና መስሪያ ቤት የሁለቱ ተቋማት መሪዎች በተገኙበት የመግባቢያ ሰነድ ፊርማ ስነስርዓቱ በተሳካ ሁኔታ ተከናውኗል።
Baankiin Hijraa fi Faawundeeshiniin Impact Makers waliin hojjachuudhaaf sanada walii galtee mallatteessan.
Baankin Hijraa hawaasni keenya hirmaannaan dinadgee irratti qabu hanga barbaadameen quubsaa ta'uu dhabuu isaatif akka rakkootti sababbiiwwan dhihaatan keessaa hanqinni hubannoo faaynaansii adda duree ta'uu isaa hubachuun sochiilee hubannoo faaynaansii halaalaa hawaasa keenyaa gabbisan hojjachaa jira. Faawundeeshiniin Impact Makers gama isaatin qo'annoo fi qorannoo gara garaa hojachuun hojiilee ijaarsa dandeettii irratti xiyyeeffachuun dhaabbata hojjachaa jirudha.
Dhaabbileen lamaan fayyadamiinsa hawaasa keenyaa cimsuuf hojiilee isaan dandeessisu irratti hojjachuuf guyyaa har'aa waajjira muummee faawundeeshinii Impact Makersitti sirni mallattoo sanada walii galtee bakka hoggantoonni dhaabbattoota lamaanii argamanitti haala milkaa'en raawwatameera.
#HijraBank #InterestFreeBanking #ImapctMakersFoundation