#158 ✍️
Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata
1. Yoo areeda laalan sheeka fakkaata!
2. Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata!
3. Yoo hobobsu maraatuu fakkaata!
@Mammaaka_Oromoo ✨
Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata
1. Yoo areeda laalan sheeka fakkaata!
2. Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata!
3. Yoo hobobsu maraatuu fakkaata!
@Mammaaka_Oromoo ✨