Mammaaksa Oromoo


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Art


Mammaaksi dubbii gabaabsa, dubbii dheeressa, ni gorsa, ni barsiisa! Join Us!
Buy ads: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo
ContactMe: @Getu_Abera

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Art
Statistics
Posts filter


👍💬 Dubbiilee jaalalaa 7n kana hubannaan jaalalaaf bakka guddaa qabaachuu dandeessa,...▶️ Itti Fufaa dubbisaa

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


☁️ Jaalalleewwan lameen ergaalee barreeffamaa waliif ergan,...↪️ See More
           ⬇️
➡️ See More
      See More


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
Love Message ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


#158 ✍️

Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata

1. Yoo areeda laalan sheeka fakkaata!
2. Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata!
3. Yoo hobobsu maraatuu fakkaata!

@Mammaaka_Oromoo


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


#157 ✍️

Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata

1. Yoo lafa qotu adurree fakkaata!
2. Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata!
3. Yoo iyyu maraattuu fakkaata!

@Mammaaka_Oromoo


#156 ✍️

Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti

1. Durummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan ofumaa dhufti!
2. Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen yookiin duuti ofumaa dhufti!
3. Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti!

@Mammaaka_Oromoo


#155 ✍️

Waa sadi dulluma quba hin qaban

1. Qeensa!
2. Rifeensa yookiin dabbasaa!
3. Qalbii yookiin lubbuu!

@Mammaaka_Oromoo


🚩➖🎆 BAGA NAGAAN DHUFTAN🎄🚩

👋 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@gitim_alem
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dubbiilee_hayyootaa 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


#154 ✍️

Waa sadi waa sadiitu mi’eessa

1. Nama du’e awwaalatu mi’eessa!
2. Intala durbaa heerumatu mi’eessa!
3. Keessummaa galatu mi’eessa!

@Mammaaka_Oromoo


#153 ✍️

Waa sadi irraa waa sadi hin eegan!

1. Hiyyeessa boonu irraa durummaa hin eegan!
2. Lola gowwaa irraa araara hin eegan!
3. Dhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan!

@Mammaaka_Oromoo


#152 ✍️

1. Hirriibni baay’atu, duumessa hiyyummaati.
2. Ijji dhugaan boosse, imimmaan hin dhabdu.
3. Gara jabeessa heexoon hin baasu.

@Mammaaka_Oromoo


#152 ✍️

1. "Dugda hin dhungatan; hunda hin dubbatan!"
2. "Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."

@Mammaaka_Oromoo


#151 - (6)✍️

16. "Soddaa fi daa'ima hin duudhatan."
17. "Ana bakki na dhukkubu asii miti; maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san na koobaa" jette bookeen.

@Mammaaka_Oromoo


#150 - (5)✍️

13.  "Ati qoosi kan dhiirsi daa'imaa" jette intalti abbaan manaa ishii jaarsaa.
14. "Har’allee moo" jette haati ijoolleen beelofne jennaan ishiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef.
15. "Ani ofiif hin jennee, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenyee?" jette intalti mucaa kajeelte.

@Mammaaka_Oromoo


#149 - (4)✍️

10. "Akka ebeluuttin sirbaan morma nama jallifti" jette intalti qalbii qabdu.
11. "Mucaa deenya malee mucaa hin geenyu" jette intalti of tuffatte.
12.  "Wal akkeesse ollaan marqaa balleesse" jette intalti ofiin bultu.

@Mammaaka_Oromoo


#148 - (3)✍️

7. Intalti ariifattuun haadha ciniinsuu barsiifti.
8. Akkan beekuttin dhalaa nadhiisaa jette intalti harka
namaa diddu.
9. "Sirbaaf ba'anii morma hin dhokfatan" jette intalti waa hin
saalfanne.

@Mammaaka_Oromoo


#147 - (2)✍️

4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraan mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.

@Mammaaka_Oromoo


Mammaaksota Dubartootaaf mammaakame. (1-6)

#146 - (1)✍️

1. Heerumaaf dharraanee heerumnaan rarraane.
2. "Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkittii qayyannee kanduraa hanqannee yookiin takka qayyannee lukaa gubanne.

@Mammaaka_Oromoo


#145 ✍️

1. “Halagaa ilkaan adii, halangaan isaa sadi”
2. “Hammaatanis, hammaaranis, dhuma hin ooltu”
3. “Hanqaaquu keessa huuba barbaada”

@Mammaaka_Oromoo


#144 ✍️

1. “Habbuuqqaa guddinaaf hin quufani”
2. “Hagu dhiba jette sareen foksoo nyaattee”
3. “Halagaa gaafa kolfaa fira gaafa golfaa”

@Mammaaka_Oromoo

20 last posts shown.