Baga Ayyaana Dhalachuu nagaan geessani!πππππππππππππ₯
Warri maatii bira jirtan fataa jedhaaga.
Qircaas Zambiilii qabadhaa deemaati maatii keessaniif fuudhaa isaaniin hin dhamaasiinaa!π₯π
Inni biraan immoo Ijoolleen durbootaas waan Akka farsoo Fi juusii ka'aati warra ollaaf buusaa adaraa!
Lama itti buustanii teessanii oduu keessan hin qaamiinaa!π
Warri Akka ko mana Hidhaa guddicha jirtan immoo nutuu Wal beekna waan taheef biran darba. Garuu adaraa poolisii gibbii hin rakkisiinaa dafaati yeroon mooraatti galaaπ. Qarshii maatiin siniif erganis guyyaa tokkotti daaraa botoroo hin godhiinaa 'naaf haa bulu'jechuu baraa!
Isa lama -lama taatanii mana caffaraa seentan sanas maatiin isin hin dhaga'iinkaa! Silaa nuunoo garaa bartaniittuπ
Booru Dogoggoruu Waanan danda'uufan dursee isiniif barreesse. Tahus booru waanan post godhu yoo jiraateef to'annoko malee tahuu waan danda'uuf itti hin qabamiinaa!ππ
Ayyaanni Ayyaana Milkii Fi jaalalaa isiniif haa tahu!
β Michuu keessan irraati