FBI'n suuraa shakkamtoota Kooriyaa sadii Ethereum hack godhame waliin walqabatee gadhiise
Nama lammiilee Kooriyaa kana keessaa nama 1 argateef doolaara miiliyoona 1 akka badhaasu beeksiseera. Nama sadan isaanii argateef immoo doolaara miiliyoona 3 Nan kenna jedheera.
Amma kanaaf jennee Kooriyaa deemnaaree? 😂