ORO LIVERPOOL


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Sport


💫 W E L C O M E 💫
 
Kun Channel guddicha Oro Liverpool dha channel kana irraatti
💢Oduu Ho'aa Waa'ee liivarpuul
💢Jijjiirraa
💢 Tamsaasa kallattii
💢Seenaa taphattoota fi k.k.f
Promotion 👉 @ibsapro
Founded •
Oro Liverpool 2024

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Sport
Statistics
Posts filter


✅️ TAPHA ITTI AANUU

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Tapha Kaaraaba'oo Kaappii Marsaa xumuraa!

🔴 Liivarpuul Vs Niwukaastil ⚫️

📅 | DILBATA : Bitootessa 7

⏰ | Halkan 01:30

🏟 | Dirree Wembileey

📲 | Tamsaasa ORO LIVERPOOL

❤️‍🔥Injifannoo boonsaa simboo Ingilaandi Liivarpuuliif haa ta'u!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Rakkoon Liverpool waan dhuma hin qabneedha!

Taphattoonni Liverpool Amma qabu hedduun isaanii taphattoota sadarkaa Kilaboota birootti morkachuu danda'anii miti,

jechuun koo Akka Fakkeenyatti,

1ffaa Sarara Jidduu yoo kaasnee taphataan Kubbaa qabatee haala barbaadamuun taphattoota Sarara fuulduraatiif Kennu 000 dha. Yaadattu yoo ta'e urjii kilaba keenya duraanii Faabinhoo (3) kubbaa dabarsuu, goolii lakkoofsisuu fi kannen hedduu qaba ture sun yeroo amma kana hin mul'atu amma ta'allee Maakalistar goolii ni lakkoofsisa akkasumas carraa goolii ni uuma.

2ffaa Ittisa irratti Kallattii tokkorraa taphataan tokko yoo miidhame namni bakka bu'u hin jiru.

3ffaa Sarara fuulduraa irratti Taphattootni Liverpool qabu Taphoota Murteessoo irratti yoo Mohamed Salah 'n galche malee galchiin biraa hin argamu.

4ffaa Abbootiin qabeenyaa Liverpool Namoota Investment Kilabichaa irratti bu'aa kilabaaf hin bobbaane ta'uu dhabuun Liverpool gaafa Kilaboota garee guutuu bal'dhaa qaban waliin taphatu Akka rakkatuuf sababa ijoodha.

Walumaagalatti, Liverpool waqtii jijjiirraa gannaatiin Sarara ittisaa fi Jidduu irratti Taphattoota hin fidatu taanan hedduu ulfaaatadha.

Dhugaa dubbachuuf, yoo ta'e Liverpool Bara sadarkaa Amma irra jiru kana Akka gahuuf Qoodni Mohamed Salah waan salphaa hin turre.

Mee Deeggartoonni Liverpool maal jettu?

Liverpool gaafa Kilaboota Squad bal'dhaa qaban waliin taphatu Maaliif rakkata jettu?

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Liivarpuul ammas itti fufa.....

Rakkon jiru maal ture?

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Tapha edaa galgalaa irratti Liverpool irraa wanti dirree keessatti godhamuu qabu hunduu godhameera.
Kubbaa saffisaan asiif achi ari'anii taphachuu fi Goolii yaalus dabalatee ariitii hamaatu ture.
Dogongorri isaan raawwatan yoo jiraate, Kubbittii Dembele'n galche sana sadi ta'anii wal hubatuu dhabuu isaanii qofa.
Osoo wal hubataniiru ta'ee silaa Kubbaa sana salphumatti Goolii Akka hin taane hambisuu danda'u ture.
Kanaan ala
Dominik Szboszlai
Ryan Gravenberch
Mohamed Salah
Luis Diaz
Trent Alexander Arnold
Robertson
Konate gahuumsa addaa mul'asaniiru, garuu carraan waan diddeef homaa gochuun hin danda'amu.
Yeroo tokko tokko Akkas carraaqxes Osoo hin milkaa'in gaafa haftutu jira.

Walumaagalatti, Liverpool tapha edaatiin gahuumsa bareedaa fi hawwataa nutti mul'iseera.
Squad'n Kilaboota lamaanii xiqqoo wal madaaluu dhabuun rakkoo ture, Inumaayyuu Liverpool squad bicuu taanaan haala kanaan Akkas morkachuun hedduu raajii ture.

Adeemsa Kubbaa Miilaa keessatti immoo mo'uu fi moo'atamuun Akka jiru beekuun barbaachisaadha.

Liverpool waliin Gara Fuulduraatti.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Rakkoon jiru maalidha?

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


"PSG baga gammaddan jechuun barbaada; isaan garee bara kana nu mudate keessaa isa gaarii dha; Luwiis Enrikee galata guddaa kennuu qabna; garee guddaa ijaareera."

🗣 | Vaan Daayikii

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


🇪🇺Tapha Marsaa 2ffaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kuffisanii darbuu!
(Agg 1-1)

⏰ | XUMURAMEERA

Liivarpuul 1-1 PSG

🏟 | Anfiild Rood

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Liivarpuul har'as itti fufa........

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️


Xumurameera


Fashaleesseera


Joonsi


Psg


Gooooooolllllllll


Hin fashaleesse


Nuuneez 🔥🔥🔥🔥


Psg


Gooooooolllllllll


Liiv✅️
PSG✅️


𝗚𝗢𝗢𝗢𝗢𝗢𝗢𝗢𝗟𝗟𝗟𝗟𝗟𝗟𝗟𝗟𝗟


Saalaah

20 last posts shown.