Waadaarra Hanga Aadeffannaatti
Galmoota Misooma Baadiyyaan qabaman hunda milkeessuun dandaa'ameera!
~~~
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa uummata naannichaa mirkaneessuuf galmoota misooma Baadiyyaa bocuun hojiirra oolche. Hojiirra oolmaa kanaanis galmoonni damechaan qabaman hundi milkaa'anii imalli itti fufeera!