#YAADACHIISA
#Barattoota_Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2017 Fudhachuuf Qophaa'aa Jiran Hundaaf
-------------
BBO- Guraandhala 12/2017 Qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 kan qophaa'u; -Kitaaba Kutaa 11ffaafi 12ffaa #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa yoo ta'u,
- Kutaa 9ffaafi 10ffaa #Sirna_Barnootaa_Moofaa keessaafi #Barnootni_Ikoonomiksii immoo Sirna Barnootaa Haaraa Kutaa 11ffaafi 12ffaa keessaa qofa qormaatni kan qophaa'u ta'uun hubatameera.
Dabalataanis, barattootni kutaa 10ffaatti sirna barnootaa haaraan baratanii turan gaaffii sirna barnootaa lamaanuu keessa jiru irraa waan qophaa'uuf garagarummaan hin uumamu.
Kanaafuu, Barattootni keenya haala ibsame kanarratti hundaa'uun akka qophooftan isin yaadachiifna.
Barsiisotniifi maatiin barattootaas deeggarsa barattoota keenyaaf taasisaa jirtan kanaan akka itti fuftan kan jedhu dhaamsa biiroo keenyaati.
Walumaa galatti, #Qormaatni_Kan_Qophaa'u #Sirna_Barnootaa_Barataa_turtaniifi_jirtan keessaa ta'uusaa mirkanaa'eera.
Waan hin baranne hin qoramtan, kanaafuu, kan barattan irratti qophaa'aa!
CARRAA GAARII !
#ማሳሰቢያ
ለ2017 ዓም 12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ለመፈተን ዝግጅት ላይ ላሉ ተማሪዎች በሙሉ
--------
ኦትቢ - የካቲት 12/2017 በ2017 ዓም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ የከፍተኛ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና #ለመፈተን_ዝግጅት_ላይ_ያላችሁ_ተማሪዎች_ለዝግጅታችሁ_ያመች_ዘንድ_ፈተናው_የሚዘጋጀው፦
- ከ11ኛ እና 12ኛ ክፍል ፣ ከአዲሱ ሥርዓተ ትምህርት ስሆን፤
- ከ9ኛ እና 10ኛ ክፍል ፣ ከአሮጌ ሥርዓተ ትምህርት እና
- የኢኮኖሚክስ ትምህርት ደግሞ
ከ11ኛ - 12ኛ ክፍል አዲሱ ሥርዓተ ትምህርት ውስጥ የሚዘጋጅ መሆኑ ተረጋግጧል።
ከዚህ ቀደም 10ኛ ክፍልን በአዲሱ ሥርዓተ ትምህርት የተማሩ ተማሪዎች ፈተናዉ የሚዘጋጀዉ በሁለቱ ሥርዓተ ትምህርት ውስጥ ከሚገኙ የጋራ የሆኑ ጥያቄዎች ስለሚዘጋጁ በተማራችሁት ላይ መዘጋጀት አለባቸው።
በጠቃላይ ማንኛዉም ተፈታኝ ተማሪ የተማረውን ሥርዓተ ትምህርት ብቻ ስለሚፈተን በተማረውና እየተማረ ባለው ብቻ እንድዘጋጅ እየገለፅን
ትቤቶች፣ መምህራንና የተማሪ ቤተሰቦች ተማሪዎቻችንን ከዚህ በፊት እንደምታግዙ ሁሉ እስከ መጨረሻ ድጋፋችሁ እንዳይለይ የኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ መልዕክቱን ያስተላልፋል።
ተማሪዎች ያልተማሩትን አይፈተኑም!
መልካም ዕድል!
#Oromia_Education_Bureau
#Tolaa_Bariisoo_Gadaa