TORBEE HUBANNOO UUMUU QORICHOOTAA YAALII DHIBEE DADDARBOO_[ANTIMICROBIALS AWARENESS WEEK]
โฐ Sadaasa 9-15|2017
World Antimicrobial Awareness Week (WAAW)
|November 18-24/2024.
--------------------------
The theme of the 2024 is
"Educate. Advocate. Act now.
The aim of WAAW is
๐ฆTo raise awareness and understanding of antimicrobial resistance (AMR) and
๐ฆpromote best practices among One Health stake holders
๐Eventually to reduce the dev't and spread of drug-resistant infections
Dhaabileen Fayyaa torbee kana arumsa fayyaa (Health education) waa'ee
๐ฆof eeggannoo ogeessis ta'e dhukkubsataan qorichoota antibiyotikiitif goxhuu qabu
๐ฆSodaa adunyaan qabdu- rakkoo walbaruu dhukubaa fi qorichoota antibiyotikiitiin (Antibiotic resistance)
๐ฆAkkasumas Sodaa kana haala ittin qolachuun danda'amu fknf
Faayidaa qorichoota AB akkataa ajameetien fudhachuu fi yeroo yaalii isaa xumuruu fi kkf irratti barumsa fayyaa maamila tajaajila argachuuf gara isaanii dhufaniif kennuun haa kabajnu