Ilaalcha dogoggoraa: "Qoricha expire tae fayyadamuun ni danda'ama"!!
Wantoota #akkamalee ta'an dhiheenya kana dhaga'e heddutu jira..
Hunda keesaa kan nama dinqu..
Qoricha tokko erga expire date isaa irra dabre fayyadamuun ni danda'ama isa jedhamee hubannoo dogoggoraa itti kennamaa jiru yeroo itti dhaga'aa jirru irra geenyyeera.
..we need to think about dangerous consequences of medication misuse
π Think about the life #threatening impact of change in potency of medications given for heart problem
π Think about dangers with smallest #Warfarin dose change due to longer exposure to moisture
πThink about antibiotic resistance
π Think about a H.professional being infected with #Hepatitus due to expired and cracked Surgical glove (latex)
Qorichoonni chemical dha.!! Yaada kana fulduraatiin ballinaan itti deebina