ππ¬πππ²ππ¬ 1;29 ππ€π€ππ§ π£πππ‘πππ.....
29Β qilxuu jalatti hirreefattanii
itti gammaddan sanaaf
yeella'uuf jirtu,
iddoo dhaabaa isa fo'attan sanaafis
salphachuuf jirtu;
30Β isin akka qilxuu baalli isaa harca'ee,
akka iddoo dhaabaa bishaan hin qabnees in taatu;
31Β namni jabaan akka hoffaa
caccabaa in ta'a,
hojiin isaas akka barbadaa ibiddaa ti,
lachanuus walii wajjin in boba'u,
kan isa dhaamsus hin jiru.
*29 57:5; 65:3
@Seenaa_Tube
29Β qilxuu jalatti hirreefattanii
itti gammaddan sanaaf
yeella'uuf jirtu,
iddoo dhaabaa isa fo'attan sanaafis
salphachuuf jirtu;
30Β isin akka qilxuu baalli isaa harca'ee,
akka iddoo dhaabaa bishaan hin qabnees in taatu;
31Β namni jabaan akka hoffaa
caccabaa in ta'a,
hojiin isaas akka barbadaa ibiddaa ti,
lachanuus walii wajjin in boba'u,
kan isa dhaamsus hin jiru.
*29 57:5; 65:3
@Seenaa_Tube