Aniis ofiit qanaheera ๐๐๐ฅ๐ข
Siif hรฌn tanee anoo akka afaan kooti
Waan feetes yoo jetee hunduu badi koo
Eyyen anoo qanaheeraย ittis gaddeera
Siif dhabaachuย dhabun koo nanoo na qaneessera
Offi koof baadhefi malee
Basee hin dubaneef maalee
Wanaan keessa turee isaan keesasi jiru
Mirri koo naa du'ee akkan itti turee
Anii ofi jibeeto nama yaada dhabee
Gammachun koos badee hamileen na cabee
Isaan keessa turee sitti ileen hin himanee
Kaanatu naa mudatee sii jibee sii hin ganee
Hama feetes arii feetus naa abarii
Kuni enyuuma koo miti kanuma naafi barii
Silaa akka garaa koo gaamachu kee ergeen ofiifis gaamada
Lameentu Wal ta'ee enyuutu walif yaada
Waan hundiinu hafee hundiinu darbeera
Dhifaama naf godhii naf dhisi adara
Ani kanin fedhu dhifama kee qofa
Foon koo yoo ta'ees yaada kootu naa ofaa
Nan beeka naa dhiseera, jeete naa sobeera jetee,geedaramee jetee akka ati nati artee
Garuu Ani Ani sanuma ati yoom naaf bartee
Naa ciinqee yaani kee garaa naa dhokifatee
Dadhabii koo waliin ananis naa dhiftee
Mee nati dubadhuu akkamit jirtaa
Kan koo gariin didee kunoo nii foolataa
Nan dhabee boqoona na jeeqamee samuun
Oneen koos naa didee garaan koo naaf hin sarmuu
Nan beeka ano atiis gaditeeta
Jaalaala naf qabdus hunda Isa dhifteta
Humduu rakkoo hin qabu naguuma jiradhu
Hamtuun sii hin argiin umurii dhradhu ๐ฅน๐ฅน๐ญ๐ญ๐ญ๐๐๐๐๐ฅ
Dkoo ati yomiyyu nama addati nagaa naaf ta'ii naaf jiradhu
Baleessa koo fi hanqiina koo hundaafi dhifaam yomiiyyu keessa koo jirta... Naga ta'i.๐ญ๐ญ
https://t.me/Seenaa_Tube